W/ra BLTO Bu/M/Aggaaroo

W/ra BLTO Bu/M/Aggaaroo

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from W/ra BLTO Bu/M/Aggaaroo, Government Organization, Agaro.

Photos from W/ra BLTO Bu/M/Aggaaroo's post 27/11/2020

Leenjiin dargagoota woldaan gurmaa'aniif mata duree
1.Mala hojii uumachuu
2.Karoora Daldala
3.Qabaa galmee herrega
4.Mala liqii fi qusannaa
5.Falaasama kaayizanii
6.Mala of eeganno bakka hojii
7.Mala qabaa maamila irratti karaa DhBLTO Bu/M/Aggaaroo guyyaa sadiif kennama ture bifa ho'a ta'een xumurame jira ,leenjifamtootaaf yeroo hojii gaarii .

Photos from W/ra BLTO Bu/M/Aggaaroo's post 25/11/2020

Leenjiin dargagoota woldaan gurmaa'aniif mata duree
1.Mala hojii uumachuu
2.Karoora Daldala
3.Qabaa galmee herrega
4.Mala liqii fi qusannaa
5.Falaasama kaayizanii
6.Mala of eeganno bakka hojii
7.Mala qabaa maamila irratti karaa DhBLTO Bu/M/Aggaaroo guyyaa sadiif turu jalqabe jira

03/11/2020
Photos from W/ra BLTO Bu/M/Aggaaroo's post 21/10/2020
Photos from W/ra BLTO Bu/M/Aggaaroo's post 20/10/2020

Leenjii DhBLO bulchiinsa magaala Aggaarootti dargagoota hojii dhabeeyii woldaa 61.miseensa dhi .153fi du.104wolumaagala 207kennama ture bakka I/A kantiibaa fi I/G MII Obbo Urgee Alamuu fi I/G /S .paartii Badhaadhina Obbo Ababuu Ahimad argamaniti bifa ho'aa ta'een xumurame jira

Photos from W/ra BLTO Bu/M/Aggaaroo's post 19/10/2020

W/ri BLTO W/ra MII fi WLQO woliin leenjii Interpiriinershipii fi tarsiimoo IMX irratti karaa DhBLO kennu eegale jira.

18/10/2020

W/ri BLTO W/ra MII fi WLQO woliin leenjii Interpiriinershipii fi tarsiimoo IMX irratti kennuuf qophii isaa xumuree waan jiruuf dargagooni calali hojii dhabeeyii wiirtuu IMX shanan keessa raawatanii leenjii eegachaa jirtan hundi keessan 9/2/201 irraa jalqabe galma naasooti argamuun leenjii karaa DhBLO kennamu akka leenjitan waamicha isiniif dabarsineera

Photos from W/ra BLTO Bu/M/Aggaaroo's post 02/01/2020

Leenjii DhBLO bulchiinsa magaala Aggaarooti dargagoota hojii dhabeeyii woldaa 61.miseensa dhi .205fi du.105 wolumaagala 310 kennama ture bakka I/A kantiibaa fi I/G MII Obbo Naziif M/Amiin fi I/G paartii Badhaadhina Obbo Urgee Alamu argamaniti bifa ho'aa ta'een xumurame jira

01/01/2020

Bakki Hojii Ogummaa Malee Dinagdeen Qusannaa Malee Hojii Uummachuun Leenjii Malee bu'aan argamu dhamaasu qofa waan tahuuf leenjiiwwan gagabaaboo karaa DhBLTO kennamu xiyyeefannoon hordofuun hojiiti jijiiruun bu'aa olaanaa argamu dhandhamachuun yeroon isaa amma

Photos from W/ra BLTO Bu/M/Aggaaroo's post 31/12/2019

W/ri BLTO W/ra MII fi WLQO woliin leenjii Interpiriinershipii fi tarsiimoo IMX irratti kennu eegale jira.

31/12/2019

W/ri BLTO W/ra MII fi WLQO woliin leenjii Interpiriinershipii fi tarsiimoo IMX irratti kennu eegale jira.

Want your business to be the top-listed Government Service in Agaro?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address

Agaro