West Shawaa Prosperity Party Youth Organization

West Shawaa Prosperity Party Youth Organization

Share

🇪🇹Gurmuu Dargaggootaa Cimaa, Olka'insa Biyyaaf! 🇪🇹

Photos from West Shawaa Prosperity Party Youth Organization's post 15/03/2026

Galmoofnee,Kaardii Keenyaan Itiyoophiyaa Guddittii Nifilanna!
====================
Godina Shawaa Lixaatti Sirna Manefestoo Fi Mallattoo Paartii Badhaadhinaa Beeksisuu Fi Galmeen Filattootaa Gurmuu Dargaggootaa Sadarkaa Gandootaatti Geeggeeffamu Itti fufee jira.

Photos from West Shawaa Prosperity Party Youth Organization's post 14/03/2026

Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenyummaatti!
=============================
Godina Shawaa Lixaatti Sirni Manefestoo Fi Mallattoo Paartii Badhaadhinaa Beeksisuu Sadarkaa Gandootaatti Geeggeeffamu Itti fufee jira.
West Shawaa Prosperity Party Youth Organization
Oromia Prosperity Party Youth Wing
Dejene Terefe

Photos from West Shawaa Prosperity Party Youth Organization's post 13/03/2026

!

Godina Shawaa Lixaatti Sirni Manefestoo Fi Mallattoo Paartii Badhaadhinaa Beeksisuu Gurmuu Dargaggootaa Sadarkaa Gandootaatti Geggeeffamuu Eegale!

Oromia Prosperity Party Youth Wing
Nuura Wako

Photos from West Shawaa Prosperity Party Youth Organization's post 13/03/2026

Dargaggoonni Ni filatu! Dambalii Dargaggootaa Galmee Filattootaarratti! ITOOPHIYAAN Ashaaraa Dargagootasheen Gara Biyya Fakkeenyummaa Guutuutti Ni Ceeti!

Photos from Oromia Prosperity Party Youth Wing's post 04/01/2026
Photos from West Shawaa Prosperity Party Youth Organization's post 30/12/2025

Warraaqsa Diinagdee Dargaggootaa; Baankii Siinqee Waliin! 🏦🏧
==================
Shawaa Lixaa Aanaa Sosochiin Qusannoo Baankii Siinqee Miseensota Gurmuu Dargaggoota Paartii Badhaadhinaa Geggeeffame!

Photos from West Shawaa Prosperity Party Youth Organization's post 30/12/2025

Cehumsa Teknoloojii Badhaadhina Hunda Galeessaaf
==≠=====================
Mudde 21/2018 Godina Shawaa Lixaa Aanaa Baakkoo Tibbeeitti Qindeessummaa Gurmuu Dargaggoota Paartii Badhaadhinaafi Jaarmiyaalee Dargaggootaatiin Sosochii Duula Galmee "National ID baafachuufi fayyadamuu Cimee hijjetamaa Jira.Dabalataanis 5million Ethio-Coders irrattis dargaggootaaf hunbannoon kennamuun leenjitti Akka gakan taasifameera.

Dargaggoonnii Ce,umsa Teeknolooojii Biyyaa Itoophiyaan qaabatte jirtu dhugoomsuuf Waraqaa eenyummaa Biyyoolessaa fudhachuun Fayyadamaa Akka ta'an cimee hojjetamuu qaba.

Itti Gaafatamaan Daarikteera Siyyaasaa Paartii Badhaadhinaa Damee Aanaa Baakkoo Tibbee obbo Sarbeessa Taaffasaa yaada laataniin,national ID fayyadamuun,akka dhuunfaattis ragaa qulqulluu qabaachuu fi eenyummaan biyya ofii adda bahee kan ittiin beekamuu ta'uu himaniiru.

Photos from West Shawaa Prosperity Party Youth Organization's post 30/12/2025

Gurmaa'insa Dargaggootaa Cimaa, Milkii Labsii Gubaaf!
============
Godina Shawaa Lixaa Aanaa Gindabaratitti Sosochii Dargaggootaa Giddu Galeeffachuun, Miseensonni Gurmuu Dargaggootaa Paartii Padhaadhinaa Mata Duree " Gurmaa'insa Dargaggootaa Cimaa Milkaa'ina Labsii Gubaaf " Jedhuun Waltajjii Marii Injifannoo Labsii Gubaa Geggeeffame!!

Photos from West Shawaa Prosperity Party Youth Organization's post 29/11/2025

Tajaajila lammummaa Olka'insa Biyyaaf!
=====================
Godina Shawaa Lixaatti Tajaajilli Lammummaa Gannaa Bonatti, Dargaggootaan Hojjatamu itti fufee jira. Hojiin Tajaajila Lammummaa Deeggarsa Caasaa nageenyaa Oomisha sassaabuun , Mana haadha hiyyeessaa ijaaruun, Qulqullina Magaalaa fi Deeggarsa Gosa garaagaraa irratti xiyyeeffate Haalaan hojjetamaa jira.

Dargaggoota Humna Oomishaa qabannee, Sirna ijaaraa jirruun Olka'insa Biyyaa Ni dhugoomsina!

15/11/2025
Want your business to be the top-listed Government Service in Ambo?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address

Oromia Region
Ambo
TRUTH

Opening Hours

09:00 - 17:00