08/10/2025
Fulbaana 28/2018 Ganda Majaa Qilxootaa ]
Ganda Majaa Qilxootaatti Gamaagamni Hojii Mootummaa fi Paartii kurmaana 1ffaa bara 2018 gaggeeffameera.
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Magaalaa Nageellee Arsiitti Bulchiinsa Ganda Majaa Qilxootaa, Government Organization, West Arsi, Arsi Negele.
08/10/2025
Fulbaana 28/2018 Ganda Majaa Qilxootaa ]
Ganda Majaa Qilxootaatti Gamaagamni Hojii Mootummaa fi Paartii kurmaana 1ffaa bara 2018 gaggeeffameera.
18/09/2025
Fulbaana 08/2018 Ganda Majaa Qilxootaa ]
Yaa'iin Ariiffachiisan kurmaana 1ffaa bara 2018 miseensa mana marii Ganda Majaa Qilxootaa gaggeeffameera.Yaa'ichaan muudamoonni dhiyaatan erga mirkanaa'aniin booda karooronni adda addaa dhiyaataniiru.
17/07/2025
Adoolessa10, 2017,Majaa Qilxootaa]
Bulchiinsa Ganda Majaa Qilxootaatti Leenjiin hunannoo cimsuu Dambii Ittiin Bulmaataa fi Qajeeelfama Paartii Badhaadhinaa Miseensa Paartii jiraataa gandichaatiif kenname.
08/07/2025
Magaalaa Nageellee Arsii Buulchiinsa Ganda Majaa Qilxootaatti Gamaaggamni raawwii hojii waggaa bara 2017 gaggeeffame.
[Adooleessa 01/2017~Bul.Ganda Majaa Qilxootaa]
Buulchiinsa Ganda Majaa Qilxootaatti Gamaaggamni raawwii hojii waggaa bara 2017 kan Mootummaa fi Paartii bakka qooda fudhatoonni jiranitti gaggeeffame.
Gamaaggama kanaan gabaasni hojii Paartii Damee Gandichaa fi Mootummaa dhiyaatee gaaffii fi yaadaan erga gabbatee booda guduunfaa fi kallattiin hojii itti aanuu kennameera.
14/04/2025
Magaalaa Nageellee Arsii Bulchiinsa Ganda Majaa Qilxootaatti yaa'iin idilee Mana marii Kurmaana 3ffaa haala midhaagina qabuun gaggeeffame.Yaa'ii kanarratti gabaasni hojii mootummaa dhiyaachuun erga irratti mari'atamee booda gabaasichi kabajamtoonni miseensota mana marii sagalee guutuun mirkaneessaniiru.