13/10/2023
Mahammed Ahmade
Government employe
13/10/2023
26/04/2023
Hattoota irraa of Eegaa !
=============
Akka waan baankii irraa isinii bilbilamee fakkeessuun Herreega namootaa irraa warra hatan irraa of eeguuf, dhimmoota armaan gadii qalbeeffadhaa:-
Ergaa gabaaban wayita isinii ergame, tarkaanfii tokko osoo hin fudhatin, gara dameelee keenyaa deemuun ykn bilbila tolaa 951tti bilbiluun qulqulleeffachuu qabdu.
Baankiin kallattiin maamilootatti bilbiluun, moobaayil baankingii irratti sirreeffamni taasifamu kan hin jirre ta'uusaa hubadhaa.
Bilbilaan odeeffannoo hin kenninaa
Moobaayiliin keessan yoo isin jalaa bade, battalumatti gara dameelee keenyaa deemuun tajaajilli moobaayil baankingii akka addaan citu taasisaa.
26/12/2022
25/08/2022
Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii akka ibsetti boba'aan liitira kuma 570 garee shororkeessaa TPLfn hatame
Hagayya 18, 2014
Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii (UN) boba’aan liitira 570,000 garee shororkeessaa tplfn hatamuu ibseera.
Dubbi himaan barreessaa olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guteereez, Isteefan Dujaariik ibsa har’a kennaniin taankeroota boba’aa 12 boba’aa liitira kuma 570 qaban har’a ganama magaalaa Maqaletti Dhaabbata Nyaata Addunyaa irraa hatamuu isaanii mirkaneessaniiru.
Boba’aan kun gargaarsa namoomaa naannoo Tigraayitti raabsuuf akka oolus eeranii jiru.
11/08/2022
በ2014 (2021/22) በጀት ዓመት ማለቂያ የኢትዮጵያ የፋይናንስ ሴክተር እውነታዎች
21/07/2022
04/07/2022
Dhugaan jiru hin dhokatamu
God/H/Lixaa A/Ancaaritti Bu'uraalen Misooma Bara 2014 kana keessa Hedduun hojjata jira.FKN
1 Pirojectiin Bishaan dhugaatii Anannoo yeroo dheeraa ture amma sadarkaa gaarii irra jira
2 Pirojektiin Bishaan dhugaatii Calalaqas akkasuma
3 Pirojektii Haroo Biyyoo Bajeta idilee bara kanaatin hojjatamee tumuramee jira
4 Networkiin icinnii kan komii Araddoota biras deebisu xumuura irra gahaa jira
5 Pirojektiin Guddichii Aanaa keenyaa Baajata idileetin kan hojjatamu Galmi Bulchiinsaa G+3 ta'e caalbaasin xumuramee Kontiraakta waliin wal harkaa fuudhinsi taasifamee hojiin egalamuuf kan deemu ta'uu isaatii fi kan biroos jiru.kanaaf hojiin hojjatamaa jiru hojii gaarii fi kan jajjabeefamuu qabuudha
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Contact the business
Website
Address
Asebe Teferi
