09/09/2021
Qabamee 3/13/2013
Baga Gammane Baga gammadan
Gamaaggama guyyaa lama gaggefamun
Waajjiri PSMQN Bul/Mag/Ciroo
Sadarkaa godinanti lamafaa bahun badhaasa meeshaan kompitaraa fi waraqaan ragaa kennamee fi jira.
Badhaasa Amma nuuf kennamee kanaan hojjatootni waajjira
PSMQN Bul/Mag/Ciroo Baga gammadan lafaati hujji keessani waan tahef
05/07/2021
Guyyaa 28/10/2013
Waajjira PSMQN Bu/Mag/Ciroo
Marii Dhimma Nageenya Biyyaa Haala yeroo irratti Hojjataa Mootummaa walin gaggefameera.
21/06/2021
Magaalaa Ciroo bifa kanaan Sagalee kennuun itti fufe jiraa.
Yaa salaam yaa salaam kun hiriira mormii siti hin fakkan Guyya Xiiqiidhati Ilma isaani filachuuf bahani
19/06/2021
jala bulti filannoo bulchinsa magaalaa ciroo ifaa misooma
02/06/2021
Godinaa h/lixa bulichiisaa m/cirootii dulaa naa fiilaadha bulichiisaa m/Ciroo fi anaa Ciroo waliin tahun bifaa ho'aa ta'en gaageefaamee jira
01/06/2021
Tamsaasa Kallatti.
Bu/mag/ciroo
Konfaransi Paartii Badhaadhinaa
Sadarkaa Magaalati gaggefamaa jira.
27/05/2021
Leenjiin basic computer skill training waajjiraa PSMQN irra kennamaa jiraa
27/05/2021
19/2013
!!
=========================
Harargee Lixaa Bulchiinsa Magaalaa Cirootti Marii dhimma Kenna Tajaajiila Ummataa irratti Waaj/PSMQN Bul/Mag/Ciroo Qophii Xinxala Karoora Bara 2013 fi Karoora Bara 2014 irratti Bakka Bu'aa Seektaroota BMC hundaa ,Humna Nama fi Karoora fi Sagantaa Seektara waliin I/G Mana Marii Kabinee fi I/G Waaj/Kantibaa BMC fi I/G Waaj/PSMQN tiin guyyaa har'aa kan kennama jiruudha