01/02/2026
π΅ππππ πππππππ πππππππππ ππππππ
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from π΅ππππ πππππππ πππππππππ ππππππ, Public swimming pool, Ciroo, Asebe Teferi.
01/02/2026
15/11/2025
Du'aaii bareedduu tana Qalbii Qulqulluun Amiiiin jedhii π€²π€²π€²π€²
RABBIIN Rizqii halaal
Tan barakaa qabdu
Tan dhuma hin qabne
Tan fuula namaa irraa ittiin duromttu
Tan Rahiima keessan ittiin maxxanfattan
Tan Rakkataa ittiin gargaartan
Tan beelaawaa ittiin nyaachistan
Tan dheebootaa ittiin obaastan
Tan hiyyeessa ittiin gargarttan
Tan RABBITTI ittiin dhihaattan
Tan dhukkubsataa ittiin wallaanttan
Tan haraam irraa ittiin fagaattan
Tan nama hiraare ittiin gammachiistan
tan liqiin irra jirtu liqii irraa baasttan
Tan mana RABBII ittiin ijaartan
Tan madrasaa ittiin ijaartan
Tan karaa RABBII keessatti baastan
Tan misooma biyyaa ittiin guddisttan
Tan jannata ittiin seenttan
Waan toltuu ja'amaa hunda tan ittiin hojjattan
ISINIIF HAA KANNUA Amiiiiiiiiiiiiiiiìiiiiiiiiiinjedhaa
Gallatoma π«πΉ
Du'aa'ii tana Akkuma Aamiin jatteen obboleeyyan keetiif Share godhi Rabbi Ammumatti nuuf haa qeebalu Aamiin Aamiin
Namuu waanuma facaafate murata
π΅ππππ πππππππ πππππππππ ππππππAbdallaa Huseen
Biyyi Rasuulli Biyyaa "dhugaa" jedhanii moggaasan biyya kami?
π Itiyoophiyaa.
Namni nama hunda dura jannata seenu eenyu β
26/10/2025
π΅ππππ πππππππ πππππππππ ππππππ
Postii Maqaa Rasuulο·Ί qabdu
yoomillee salawaata buustu malee bira hin kutin!.
Hogganaan lola "π―ππππππ" eenyu ture?
πππππ’π’π§π: πΉππππππο·Ίππππ.
"Dooyna jechuun nama ani biratti dubbatamee Salawaata narratti hin buusini" Rasuul ο·Ί
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Website
Address
Asebe Teferi
