05/06/2026
Sakatta'iinsa Hojiirra Oolmaa Seeraa Taasifame.
--------------------------------------
***Guyyaa 28/09/2018***
---------------------------------------
Waajjirri Abbaa Alangaa Aanaa Kutaa Magaalaa Aawwadaay Gaafa guyyaa 28/09/2018 Waajjira Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa KMA tti argamuun Sakatta'iinsa Hojiirra Oolmaa Seeraa Gaggeessuun Hanqinoonni jiran akka Sirratuuf Kallattii Kaa'uun Xumureera.
05/06/2026
**** Guyyaa 28/09/2018***
Hubannoo Seeraa Kenname
---------------------------------------
Waajjirri Abbaa Alangaa Aanaa Kutaa Magaalaa Aawwadaay Gaafa guyyaa 28/09/2018 Mana Barnootaa Sadarkaa 1ffaa Kutaa Magaalaa Aawwadaayitti aragamuun Barattootaa fi Hawaasa Mana Barumsichaatiif Mata duree garagaraa irratti Hubannoo Seeraa Laateera.
Hubannoo Hawaasaa Cimsuun itti fufa...
04/06/2026
**** Guyyaa 27/09/2018***
Hubannoo Seeraa Kenname
--------------------------------------------
Waajjirri Abbaa Alangaa Aanaa Kutaa Magaalaa Aawwadaay Gaafa guyyaa 27/09/2018 Mana Barnootaa Sadarkaa 1ffaa Kutaa Magaalaa Aawwadaayitti aragamuun Barattootaa fi Hawaasa Mana Barumsichaaf Mata duree garagaraa irratti Huabnnoo Seeraa Laateera.
Hubannoo Hawaasaa Cimsuun itti fufa...
01/06/2026
๐ฉ๐'๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐
๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ?
๐จ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ณ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ 1162/2019 ๐๐๐ 157/2 ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐
๐๐.
๐ ๐ฎ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐, ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐, ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐'๐๐, ๐๐๐๐๐ ๐
๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐'๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐'๐๐๐๐,๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐จ๐
๐๐๐๐๐ ๐ด๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ 80,000 ๐๐๐๐๐ 100,000 ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐
๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐
๐๐ ๐๐๐ ๐๐
๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐.
Maddi Facebook:- Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Dadar
27/05/2026
Iidul-adha Bara 1447
Baga Nagaan Geessan
Baga Waliin Geenye!!!
Ayyaana Gaarii
Iid Mubaarak
***Waajjira Abbaa Alangaa Kutaa Magaalaa Aawwadaay!!!
25/05/2026
***Guyyaa 17/09/2018***
---------------------------------------
Waajjirri Abbaa Alangaa Kutaa Magaalaa Aawwadaay Gaafa Guyyaa 17/9/2018 Barreessitoota Dhimma Ummataa fi Haramaayaa Universitii Tajaajila Seeraa Bilisaa Waliin dhimma
1-Tajaajila Seeraa Bilisaa
2-Sirna Haqaa Deeggaruu
3-Taarifaan Hojjechuu fi
4-Naamusa Ogummaa Hojii irratti Marii Bal'aa Taasisuun Kallattii Fuula Duraa kaawwachuun Marichi Xumurameera.
25/05/2026
***Guyyaa 17/09/2018***
***Hubannoo Seeraa Kenname***
--------------------------------------------------
Waqjjirri Abbaa Alangaa Aanaa Kutaa Magaalaa Aawwadaay Gaafa Guyyaa 17/09/2018 Mana Barnoota Sadarkaa 1ffaa Daandii Xaliilaa Kutaa Magaalaa Aawwadaay itti argamuun Barattootaa fi Hawaasa Mana Barumsichaaf Mata Duree Godaansa Seeraan Alaa fi
Yakkoota Dubartootaa fi Daa'immanii irratti Hubannoo Seeraa Laateera.
# # Cimsuun Itti fufa...
13/05/2026
Guyyaa 5/9/2018
Waajjirri Abbaa Alangaa Kutaa Magaalaa Aawwadaay Haala Iddoo Hojii Mijeessuuf Jecha Soofaa Bituun Galii Godhateera.
Hojiis ni hojjenna, Iddoo Hojiis ni Mijeessina!!!
03/05/2026
Murtii Barsiisaa
Himatamtoonni yakka gatii tajaajilamaa (tarifaa) dabaluun himatamanii adabbii hidhaa salphaa jiโa 6 fi adabbii maallaqaa qarshii kuma kudhan (10,000)tiin adabamaniiru.
Himatamtoonni maqaan isaanii:
1ffaa Usmaaโil Aliyyii Yuyyaa
2ffaa Mahammad Safii Alii Ibroo
Kanneen kunneen Godina Harargee Bahaa, Bulchiinsa Magaalaa Dadaritti, daandii Harawacaa deemuu irratti konkolaachistoota taโanii konkolaataa feโinsa uummataa (Isuzu qixxii) dhaan Magaalaa Dirree Dhawaa irraa gara Magaalaa Harawacaatti osoo konkolaachisaa jiranii imaltoota tokko tokko irraa qarshii kuma tokko tokko (1,000) fudhataniiru.
Kanaaf, imaltoonni eeruu toโatoota tiraafikaatiif kennaniin, konkolaachistoonni kun qabamanii Waajjira Poolisii Bulchiinsa Magaalaa Dadaritti, kutaa qorannaa yakkaatti dhiyaatanii toโannoo jala oolaniiru. Galmeen isaanii erga qulqullaaโeen booda, Abbaan Alangaa Aanaa Dadar galmee banuun Mana Murtii Aanaa Dadaritti dhiyeesse.
Dhaddachi gaafa guyyaa 24/08/2018 ooleen, adabbii fakkeenya isaanii barsiisuu fi akeekkachiisaa taโu jedhuun, tokkoon tokkoon isaanii adabbii hidhaa jiโa jahaa (6) fi adabbii maallaqaa qarshii kuma kudhan (10,000) akka adabaman murteesseera.
Kominikeeshinii Qajeelcha Poolisii Godina Harargee Bahaa.