Manni Murtii Aanaa Gooroo Muxii qixa qulqullina,dhaqqabamummaa,si'oominaa fi bu'a qabeessummaa,bilisummmaa fi itti gaafatamummaa,gaarummaa keessoo, itti quufinsa hawaasaa fi amantaa ummataa ni guddisa