Gaachana Sabaa

Gaachana Sabaa

Share

True love

Photos from Eliud Kipchoge's post 24/05/2026
09/03/2026

‎Tartiiba Itti Fayyadama Appilikeeshinii "Mircaayee"

‎1. Appilikeeshinii galmeessa filattootaa "Mircaayee"jedhamu Play Store ykn App Store irraa buufachuun bilbila keessan irratti fe'adhaa (install godhadhaa).

‎2. Itti aansun, Appilikeeshiniiwwan bilbila keessan irratti fe'aman keessaa "Mircaayee" kan jedhu bantu.

‎3. Itti aansuun, appilikeeshinii "Mircaayee" baname keessaa afaan ittiin fayyadamuu barbaaddan filattu.
‎4. Afaan erga filattaniin booda, tarree dhiyaatan keessaa (Profile) ibsituu Keessan ijaaraa "kan jedhu tuqaa.

‎5. Itti aansuun, filannoo "Fayyadama Faayidaatiin Gara Teessoo" jedhu tuqaa.

‎6. Fuulli Faayidaa (Fayda page) wayita isiniif dhufu, waraqaa eenyummaa Faayidaa keessan irraa lakkoofsa dijitii 16 (FAN) erga galchitaniin booda, lakkoofsa mirkaneessaa yeroo tokkoo (OTP) dijitii jaha bilbila keessanitti ergamu guutaa.
‎7. Odeeffannoo keessan Faayidaa irraa wayita argattan "Itti Fufaa" kan jedhu tuquun, odeeffannoo hafe kan appilikeeshinichi isin gaafatu galchuun saanduqa waliigaltee keessatti mallattoo (check) godhaa.

‎8. Itti aansuun, odeeffannoo guuttan gara appilikeeshinichatti erguuf "Galchaa" (Submit) kan jedhu tuquun, appilikeeshinicha irraa lakkoofsa eenyummaa filattummaa dhaabbataa ni argattu; kun lakkoofsa eenyummaa filattummaa dhaabbataa isin bira turuu qabudha.

‎9. Yaadadhaa!, Lakkoofsa eenyummaa filattummaa dhaabbataa argattan jechuun galmeessi keessan xumurameera jechuu miti; "Filannoo Waliigalaa 7ffaaf Galmaa'aa" kan jedhu tuquun isinirra jira.
‎10. Itti aansuun, teessoo keessan irratti hundaa'uun buufata filannoo isinitti dhiyoo ta'e filachuuf tarree buufataalee filannoo ni argattu.
‎11. Tarree buufataalee filannoo dhiyaatan keessaa buufata filannoo isinitti dhiyoo filachuun "Galmaa'aa" kan jedhu tuqxu.

‎12. Naannoo filannoo filattan keessatti yeroo hammamiif akka jiraattan waggaafi ji'aan guutaa. Odeeffannoo galchitan sirrii ta'uu isaa mirkaneessuun sanduuqa irratti mallattoo gochuun, "Mirkaneessi" kan jedhu tuquun filannoof of galmeessitu.
‎13. Itti aansuun, gosa waraqaa eenyummaa keessanii filachuun, fuulduraafi duuba waraqaa eenyummaa filattanii fakkii (suuraa) kaasuun walitti qabsiisaa.
‎14. Itti fufuun, guyyaa filannoof kan qabattanii dhuftan, kaardii filannoo yeroo tokko qofaaf tajaajilu sa'aatii 48 booda appilikeeshinicha irraa ni argattu.
‎15. Kaardii filannoo keessan maxxanfattanii (print gootanii) qabachuuf, filannoo "Gara Fuula Jalqabaatti Deebi'aa" kan jedhu tuquun, fuula jalqabaa irratti filannoo "Maxxansi" (Print) jedhu tuquun isinirra jira.

09/03/2026
19/02/2026

Sharjah Ramadan Calendar - Suhoor & Iftar Timing
Following Love

27/01/2026

Want your business to be the top-listed Government Service in Abu Dhabi?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Address


UAE
Abu Dhabi