07/03/2026
Seeraa fi Haqa | Bu'aa Murtii Yakkoota addaa addaa barsiisoo ta'an.
Falmii Waajjiiri abbaa Alangaa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa taasiseen yakkoota daa'immanii,malaammaltummaa irrattii murtoowwaan barsiisoo kennaman.
27/12/2025
Waajjirri Abbaa Alangaa Magaalaa Adaamaa gamaaggama raawwii hojii kurmaana 2ffaa bara 2018 gaggeessaa ture xumure
**
Gamaaggamni kun waajjiraalee Abbaa Alangaa Aanaa Kutaa Magaalaa Adaamaa 6 waliin gamaaggamamaa ture yommuu ta'u, gabaasa dhiyaate irratti gaaffii fi ibsi deebii namoota ilaallatuun itti kennameera
**
Dhuma irratti, Itti aanaa, fi Ittigaafatamtuu waajjiraan wal duraa duubaan gamaaggamicha irratti yaada kennanii kallattii hojii kurmaana 3ffaa bara 2018 kennuudhaan goolabamee jira
Muddee 18, bara 2018~Adaamaa
27/12/2025
Dursaa garee Dagaagina naamusaa fi Inispeekshinii Waajjira Abbaa Alangaa Magaalaa Adaamaa obb.Girmaa Tolosaa bu'aa sakatta'insa odiitii galmee yeroo dhiyeessan suuraa mul'isu
Muddee 18, bara 2018~Adaamaa
27/12/2025
Gabaasni raawwii hojii kurmaana 2ffaa bara 2018 Waajjira Abbaa Alangaa Magaalaa Adaamaa obb. Namee Taammiruun yeroo dhiyaatu suuraa mul'isu
27/12/2025
Ittigaafatamaan Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Kutaa Magaalaa Bokkuu shanan gabaasa raawwii hojii karoora kurmaana 2ffaa bara 2018 yommuu dhiyeessan suuraa mul'isu
Muddee 18, bara 2018 ..Adaamaa
27/12/2025
Ittigaafatamaan Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Kutaa Magaalaa Abbaa Gadaa gabaasa raawwii hojii karoora kurmaana 2ffaa bara 2018 yommuu dhiyeessan suuraa mul'isu
Muddee 18, bara 2018 ..Adaamaa
27/12/2025
Ittigaafatamtuun Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Kutaa Magaalaa Dambalaa gabaasa raawwii hojii karoora kurmaana 2ffaa bara 2018 yommuu dhiyeessan suuraa mul'isu
Muddee 18, bara 2018 ..Adaamaa