Waldaa Dargaggoo Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa

Waldaa Dargaggoo Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waldaa Dargaggoo Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa, Public Service, Adama.

Photos from Waldaa Dargaggoo Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa's post 13/07/2024

Gadda Onnee Namaa Cabsu Du'a Tasaa
Dargaggoo Xaafaa Yaadechaa Qumbii balaa tasaan kichuutti adunyaa kanarraa boqote.
Dargaggoo Xaafaa Yaadechaa waldaa dargaggoo Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa keessatti sadarkaa gara garaatti dargaggootaaf fakkeenya gaarii ta'ee hojachaa turera. Sadarkaa Aanaa ( yeroo sanatti), Kutaa magaalaa fi magaalaatti adda durumaan miseensa koree hoji raawwachiiftuu hanga Itti gaafatamaa Waldaa dargaggoo bulchiinsa magaalaa Adaamaa ta'uun dargaggoo hojachaa turedha. Yeroo ammaa I/G Abbaa Taayitaa Konistiraakshinii Kutaa Magaalaa Danbalaa ta'ee osoo uummata isaa tajaajilaa jiruu balaa tasaan addunyaa kanarraa boqoteet jira.
Rabbiin lubbusaa haa maaru maatiisaa, firoottan isaa fi hiriyoota isaaf jajabina haa kennu.

30/06/2023

Jarmiyaalee Bulchiinsa Magaalaa Adaamaaf Sirni Beekamtii Kennuu Gaggeefameet Jira.
Qaxaleewwan Isiniif Mala Baga Gammaddan!

Photos from Waldaa Dargaggoo Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa's post 18/06/2023

Guyyaa 11/10/2015
Bulchiinsa Magaalaa Adaamaatti Jarmiyaaleen Dargaggoo Magaalaa Adaamaa Duula Bool'a Biqiltuu qopheessu Irratti Hirmaachaa Jiru.

Photos from Waldaa Dargaggoo Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa's post 20/12/2020

Guyyaa har'aa koreen waldaa dargaggoo bulchiinsa magaalaa Adaamaa dargaggoo Roobsan Abdataa sababa hojiif bakka biraatti waan barbaadameef qabeenya waldaa BMA wal harkaa fuudhinsi taasifamee jira.

Photos from Waldaa Dargaggoo Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa's post 16/12/2020

Jaarmiyaa dargaggoota magaalaa Adaamaaf Leenjii carraa hojii uumuu fi hubannoo barmaatilee miidhaa geesisan hir'isuu irratti waajira dhimma dubartootaa daa'imanii fi dargaggoota magaalaatiin kennamafi jira.

Photos from Waldaa Dargaggoo Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa's post 12/12/2020

Bulchiinsa magaalaa Adaamaatti duulli biqqiltuu kununsuu ganna darbe dhaabame Dargaggootaa fi jiraatoota magaalaa Adaamaan dhaadannoo "Biqqiltuu ni kununsina aramaa ni buqqifna" jedhuun milkaayina guddaan geggeefamet jira.

Want your business to be the top-listed Government Service in Adama?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Website

Address


Adama