Gurraacha Gurra Lootii

Gurraacha Gurra Lootii

Share

"Loltuun hin ololtu; ololtuun hin loltu!"
Jaal Marroo 💪

10/06/2026

Jaallan "Page" kana "copy link 🔗" tolchaa adabbii jalaa baasaa!

10/06/2026

Hubadhu Gootatu biyya eegaa.
Itti marsee akka kanniisaa,

Ibbuu ofi of-itti wareegee
Qabatamaatti itti agarsiisa!!

Dubbiin lafaa tunis jabduudha
baraan lafee itti cabneetii
Wal-sossobuun tunis hamtuudha
Tolaan yoom biyyas arganneetii?!!

Jabaadhu Jaal koo.✊️❤️🌳

07/06/2026
Want your business to be the top-listed Government Service in Adama?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address


Oromia
Adama