Isiin Yoomu Oromoo Bakka Hin Buutan❗️
===============================
Hogganoota "GQDO" warra qe'ee tokkon of-ijaare nutii Qeerroo Oromooti ofiin jedhuu kanaan wal barii Oromoo.
1.Cimsaa Abdiisaa: Midaa Qanyii
2.Galaanaa Nagaraa :Jalduu
3.Fiixaa Dirribaa : Jalduu
4.Hayilee Nagaraa :Jalduu
5.Gullallee Diroo: Jalduu
6.Booranaa Abarraa:Dirree Hincinnii
7.Meeroob Ijoo: Jalduu
8.Gadaa Birmajii:Jalduu
9.Dhaabaa Tufaa: Gindabarat
10.Qajeelaa Galaanaa: Waddeessa (Bokkuu xulee)
11.Kabbadaa Qoroo: Midaa Qanyii
Nutii Warra Waraana Hin Barbadnee dha Jetti Saamichaaf Wal Ijaarte.
Mihretu Shanko
Free Oromoo and oromia
Nuniis Kanuma Jechaa Jirraa
Atiis Wan Ajandaa Kana Kaastef Nan Beeka
👇👇👇
°Waraanni Tigraayitti Gaggeeffame Waraana Wallaggaatti Gaggeeffame hin caalu° jedhe Hoogganaan PP Paarlaamaa irratti.
28/10/2025
29/09/2025
SEENAA HATUU??
EKERAA GOOTOWWANII ILAALCHA OFIIN CUUPHUU?
Qondaalli PP (mataan shiftaa) tokko-tokko sagantaa eebba barruu wayiirratti yeroo argamu, ija ashaboon dhiqatee "Sagantaa kanarratti gootota sirna barreeffamaa Oromoo kanneen akka Haayilee Fidaaf beektota darban kaaniif beekamtii ni kennina" jedha😁
1. Beektota kanneen kana dura beekamtii keetiin dhalootni kun "beektota koo" jedhee faarsaa turee? Ati beekamtii kennitee fi dhowwatteef waan ati dabaltu maali? [legeddeda siyyaasaa keen alatti]
Beekaa biyyi jiyaantii beekamtii kenniteefii galma University ishee gubbaatti maqaasaa keesse ati har'a beekamtii kamiin kennitaaf? [Oakland Unv.]
2. Beekaadhaaf beekamtii kennuun maal jechuudha? Beekaan tokko erga seenaa dhalootaaf ta'uu hojjetee gootummaasaa raggaasisee darbee "beekamtii" ati kennitu maali? Dura yeroo beekamtii kee hin argatiinitti beekaan kun "beekamaa" hin turre jechuudhaa? Safartuu beekamtii kennuuf eenyutu paartii siyyaasaa (sanuu kan ilaalcha faallaa saboota biyyattii qabuun) eenyutu dhaabbata beekamtii beektotaaf kennu taasise? Moo Cuuphaa biltsiginnaa ta'uusaatii? Namni erga du'ee ilaalcha siyyaasaan cuuphamuu Biltsiginnaa biratti ni danda'ama jechuudhaa?
3. Beektotni kunneen otuu jiraatanii har'a ilaalcha siyyaasaa PP (kan hundeen tooftaa isaa mormitoota hidhuu, ajjeesuu, gidirsuu, maatii sababa ilmaan hiraarsuu fi ajjeesuu ta'e) ni fudhatu jettee yaaddaa? Maal cuuphdaree? Moo harka-reebdonni kee "qondaalli keenya beektota faarse" jedhee ammas akka harka siif reebuufi?
Caustic Soda
!
Godina Qellem Wallaggaa Aanaa ,Gaalani jala bulchiinsa magaalaa 21 tokko keessa waraanni maafiyaa PP guyyaa har'aa gadii dhiistee baateetti yookaan jedhama kana biraan jala keessa waraanni PP gadii dhiistee baatee jirti Qeerroon kallatti sana jirtan Hordofii jabeessaan. Dhaamsa keenya!
29/09/2025
Warra kana beektuu?
Jaal Qeerransoof fi Jaal Warraqsaadha!🥰😍
🔥
Gantooti gafuuma faana jara kana lamaani dhageesse maatiishee Pptti galte
G/galaa fi W/bahatti
Naqamtee
Konkolaataa TATA hundii dirqama waraana fe'aa waan jiraniif kallattii isheen itti bobbaatu Qeerroon jala bu'aatii hordofaa!
Uummanni imaalaaf Tikeetii kutatee ture hundi of duba deebi'ee jira.
27/09/2025
Jeneraal Teferraa Maammoo ibsa miidiyaaf laateen,armaan booda Mootummaan Feederaalaa yoo kan lola Tigraay fi Eertiraa irratti banu ta'e,Faannoon callisee hin ilaalu jedheera.
Tarreen Siyaasa Itoophiyaa akkasiin ifaa dhufte.
Gama biran,lolli Kaabaa Wallootti guyyoota adeemaa ture itti fufee jira.!
Bulchiitooni warra Doktora lilmee waraanaan gahan ciisaa jiruu maqaan isaan kanadha
lukkeen akkas isaa lama waliin lilmee waraanatiru.✊
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Website
Address
Mirahatu Shanko
Adama
