15/06/2026
!
Bulchaa Godina Saba Oromoo Walloo Duraanii Obbo Ahmed Hasan Yesuf Magaalaa Finfinneetti Hojii Raawwachiisaa Ol'aanaa Kutaa Magaalaa Ta'uun Muudameera.
Gameessaa mallattoo cichoominaa ni dandeessa !!
Bara Hojii Gaarii
14/06/2026
‼️
Biyyi keenya Itiyoophiyaan biyya humna waraana sadarkaa olaanatti teknoloojii hammayyaa hidhatee fi baay'ina miseensa waraanatiin biyyoota shanan Ardii Afrikaa lakkaa'aman keessaa biyya sadarkaa jalqabaa irratti argamtu ta'uu isii CNM global fire wabeeffachuun gabaase.
13/06/2026
Jijjiraammni Bu'aa dadhabbittii!!
★︎★︎★︎★︎★︎★︎★︎★︎★︎★︎
Jijjiraamota hedduu Argiina, Jijjjiramoota kana duuba dadhabbii namoota Hedduu Akkaa jiruu hin hubatan. Jijjiramnni Akkaa biyyaatis Akkaa nannoottis darbree sadrkaa Hundaatti mullattu Aarsaa Jaallaawwaan heeddutti Galataafi Kabajaa guddattu isanin malaa.Qabsawwoonni Badhaadhiinaa ofii Aarsaa tahanii dhaloota dhuufuu biyyaa Nagaa Dimookiraasii, Haqaa, walqixummaa, Misoomni keessatti dagagee Ijaara jirtuu ulfaadhaa. Galatoomaa!Magaalaa Mijooftuu Badhaadhinaa Itoophiyaaf, fakkeenya Badhaadhiina Bahaa Ijaara jirra. Magaalaa Baabbilee Fakkeenya Badhaadhiinaa!!
09/06/2026
‼️
Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 56ffaa gaggeesseen baasiiwwan idiileef, baasiiwwan kaappitaalaaf, deeggarsa Mootummoota naannoleef, galmoota misoomaa waaraa raawwachisuuf kan ooluu baajanni Mootummaa Federaalaa bara 2019 Birrii (2,339,268,126,738) Tiriiliyoona 2, Biiliyooona 300 fi biiliyoona 39, Miiliyoona 200 fi miiliyoona 68 fi kuma 100 fi kuma 26 fi 738 ta’ee dhiyaate irratti bali’naan erga mari’atee booda Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf akka darbuu sagalee guutuun murteesseera.
08/06/2026
🇪🇹🙏💪
❤️🥰🇪🇹💪
Gootota Abdii Biyya keenyaa Namoonni jaallatan qofti godhaa 🦁🇪🇹🇪🇹
08/06/2026
‼️
Raayyaan ittisa biyya Itiyoophiyaa humnoota biyya Itiyoophiyaa diiguf alaa fi keessa tokkummaan socho'aa jiran yeroo dhumaatiif dhabamsiisuf qophii barbaachisu hunda taasisuun yeroo ammaa ajaja qofa eeggataa jira.
Injifannoon raayyaa ittisa biyya keenyaf haa ta'u.
08/06/2026
Shimelis Abdisa
Dilbii irraa gara dandeettii qabatamatti!.