Koominikeshiini Qirqoos Aanaa 04

Koominikeshiini Qirqoos  Aanaa 04

Share

ይህ የፌስቡክ ፔጅ የቂርቆስ ክፍለ ከተማ ወረዳ 04 ኮሙኒኬሽን ጽ/ቤት ነው kirkos sub -city woreda 04 government communication office

16/02/2026


Gurraandhala 09/2018 A.L.I

***********************
Waajjirri Komuniikeeshinii Bulchiinsa Kutaa Magaalaa Qirqoos Aanaa 04, raawwii hojii baajata waggaa 2018 walakkaa waggaatiin qabxii 97.6% fiduun Aanaalee 10 keessa sadarkaa 1ffaa qabachuun milkoomeera!
Bu’aan kun akka galmaahuuf hojjettoonni waajjirichaa ciminaafi qindoomina gaarii agarsiisuun, akkasumas tajaajila odeeffannoo qaqqabsiisuuf xiyyeeffannoo guddaa kennuu isaanii Itti Gaafatamaan Waajjira Komuniikeeshinii Aanichaa Obbo Aschaalaw Gabree ibsaniiru.
Dabalataanis, raayyaa miidiyaa bifa Aanicha ijaaruu fi odeeffannoo uummata biraan gahuuf carraaqqii walira hin cinne taasisaniif, akkasumas hoggantoota Aanicha deeggarsaafi qajeelfama barbaachisaa kennuun milkaa’ina kanaaf gumaachan hundaaf galanni ni mala. Inni kun hojii keenya fuulduraaf humna guddaa kan ta’uudha! Milkaa’inni keenya itti fufa!
"Odeeffannoon Hundaaf - Tajaajila Ol’aanaaf!"

Photos from Koominikeshiini Qirqoos  Aanaa 04's post 03/02/2026

Gochaalee Tajaajila Tolummaa Nageenya, Misoomaa fi Waliin Jireenyaaf!
******************
Amajjii 26/2018 A.L.I

Bulchiinsa Magaalaa Qirqositti, Waajjirri Qindeessaa Hirmaannaa Hawaasaa fi Tajaajila Tolummaa Bulchiinsa Aannaa 04, mata-duree "Tajaajila Tolummaa Nageenya, Misoomaa fi Waliin Jireenyaaf" jedhuun waltajjii marii qopheesseera.

Waltajjicharratti Itti-gaafatamaan Waajjirichaa Obbo Mabraatuu Teferaa, keessummoonni waamumni taasifameefii fi jiraattonni Aanichaa argamaniiru.

Obbo Mabraatuun tajaajilli tolummaa dhuunfaa bira darbee nageenya biyyaa fi guddina waliinii hawaasaatiif gahee guddaa taphatu irratti ibsa bal’aa kennaniiru.

Hawaasni hojiiwwan misoomaa adda addaa irratti dammaqinaan hirmaachuun, obbolummaa fi waliin jireenya gabbisuu akka qabu eerameera.

Kallattii gara fuulduraa፦ Hojiiwwan misoomaa fi nageenyaa aanicha keessatti raawwataman hirmaannaa tajaajila toltootaan deeggaramanii cimanii akka itti fufan ibsameera.

Photos from Koominikeshiini Qirqoos  Aanaa 04's post 03/02/2026

"Namoonni alaa dhufan nagaa erga walgaafatanii booda miidhagina Finfinneetti dinqisiifamuun nu gaafatu. Yeroo dhihoo as namoonni alaa dhufan nagaa walgaafachuu itti aansee dubbiin isaanii hojii Finfinnee keessatti hojjetame dinqisiifachuu dha; 'magaalaan kun hangana miidhagduu ta'uu ishee hin tilmaamne turre' kan jedhan nu quunnamaniiru."

— Muummicha Ministeeraa Abiy Ahimad (Dr.)

Photos from Koominikeshiini Qirqoos  Aanaa 04's post 29/12/2025

ዛሬ በአዲስ አበባ ፖሊስ ታሪክ አዲስ ምዕራፍ የተበሰረበት ዕለት ነው።

በመዲናችን በሁሉም ክፍለ ከተሞች ግንባታቸው የተጠናቀቁ 32 አዳዲስ የፖሊስ እና የእሳትና አደጋ ሥጋት መከላከያ ተቋማትን መርቀን በይፋ ሥራ አስጀምረናል። በዚህም የፖሊስ መምሪያዎች፣ ጣቢያዎች፣ ካምፖች እንዲሁም የእሳትና ድንገተኛ አደጋ መከላከያ ተቋማት ለአገልግሎት ዝግጁ ሆነዋል።

ይህ ተግባር በከተማችን ፖሊሳዊና ድንገተኛ አደጋን የመከላከል አገልግሎቶችን ወደ ሕዝቡ ደጃፍ ይበልጥ ከማምጣቱም በላይ፤ ነዋሪው በሰላም ግንባታና በአካባቢ ጥበቃ ሂደት ላይ በባለቤትነት ስሜትና በንቃት እንዲሳተፍ የሚያስችል ነው።

በተለይም እነዚህ ተቋማት በየአካባቢው መገንባታቸው ወንጀልን ለመከላከልና ድንገተኛ አደጋዎች በሚያጋጥሙበት ወቅት የሚሰጠውን የምላሽ ጊዜ በእጅጉ በማሳጠር፣ በሰው ሕይወትና ንብረት ላይ የሚደርስ ጉዳትን ለመቀነስ ትልቅ አቅም ይፈጥራሉ።

ተቋማቱ መዲናችን ከደረሰችበት ፈጣን የዕድገት ደረጃ ጋር እንዲመጣጠኑ ተደርገው ከመገንባታቸውም በላይ፤ ቴክኖሎጂን የሚጠቀሙ አካታች መሰረተ ልማቶች ሲሆኑ እንዲሁም ከፍተኛ የሕዝብ ተሳትፎ የታየባቸው፣ የሕፃናት ማቆያና ክሊኒክን ያካተቱ፣ እንዲሁም በዘመናዊ የመረጃ ማሰባሰቢያና የአደጋ መከላከያ መሣሪያዎች የተደራጁ ናቸው።

እነዚህ ፋይዳቸው ጉልህ የሆኑ ፕሮጀክቶች በታለመላቸው ጊዜና የጥራት ደረጃ እውን እንዲሆኑ ላስቻላችሁ ባለድርሻ አካላት በሙሉ፣ በራሴና በከተማ አስተዳደሩ ስም ምስጋናዬን አቀርባለሁ።

ፈጣሪ ኢትዮጵያንና ሕዝቦቿን ይባርክ!
ከንቲባ አዳነች አቤቤ

Photos from Koominikeshiini Qirqoos  Aanaa 04's post 20/12/2024

Dorgommiin gaaffii fi deebii kutaa 6ffaa fi 8ffaa guyyaa lamaaf gageefamaa ture xumuramee

**************** .
Mudde 11/2017

Dorgommiin gaaffii fi deebii baratoota kutaa 6ffaa fi 8ffaa guyyaa lamaaf gageefamaa ture guyyaa har'aa xumurame jira
Bakka bu’aan biroo Barnootaa Aanaa 04 Obbo Zeenaawii Haftuu saganticha irratti haasawa taasisaniin, kaayyoon guddaan dorgommii gaaffii fi deebii sadarkaa barattootaa fooyyessuu akka ta’e dubataniru akkasumas dorgommii fayya qabeessa barattootaa fi dhaabbilee gidduutti akka umamu taasisa jedhaniruu

Photos from Koominikeshiini Qirqoos  Aanaa 04's post 18/10/2024

የደቡብ ወሎ የስንዴ ማሳ

23/09/2024

ፕሬስ ሪሊዝ

የቂርቆስ ክፍለ ከተማ ወረዳ 04 ምክር ቤት 2ኛ ምርጫ ዘመን 11ኛ አመት የስራ ዘመን 4ኛ መደበኛ ጉባኤ ሊያካሂድ ነው።

****
መስከረም 13/2017 ዓ.ም

የቂርቆስ ክፍለ ከተማ ወረዳ 04 ምክር ቤት 2ኛ ምርጫ ዘመን 11ኛ አመት የስራ ዘመን 4ኛ መደበኛ ጉባኤ ነገ ማክሰኞ መስከረም 14/2017 ዓ.ም ከጠዋቱ 2:30 በቱሊፕ ኢንተርናሽናል ሆቴል ያካሂዳል።

በጉባኤው 2ኛ ምርጫ ዘመን 11ኛ አመት የስራ ዘመን 3ኛ መደበኛ ጉባኤ ቃለ ጉባኤ ማጽደቅ፣የአስፈፃሚ አካላት የአመራር ሹመት፣ የ2016 ዓ.ም የአስተዳደሩ የ12 ወር ስራ አፈፃፀም ቀርቦ ውይይት ይደረጋል በዕለቱ በአመቱ ምርጥ አፈፃፀም ላላቸው የህዝብ ተመራጭ ትስስር አደረጃጀት : የሲቪክ ማህበራት ; አስፈፃሚ አካላት እና ለፈፃሚዎች እውቅና እንደሚሠጥ የወረዳው ምክር ቤት አፈ-ጉባኤ የተከበሩ በቃሉ ጫኔ ገልጸዋል፡፡

Photos from Koominikeshiini Qirqoos  Aanaa 04's post 21/09/2024

በሰፊው የታረሰ የስንዴ ማሳችን። የምግብ ዋስትና ለማረጋገጥ ያለን ቁርጠኝነት ውጤት።
ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አሕመድ (ዶ/ር)

Want your business to be the top-listed Government Service in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address


Lancha Train Station
Addis Ababa