Gadaa Bilisumma page

Gadaa Bilisumma page

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Gadaa Bilisumma page, Political organisation, Addis Ababa.

Photos from Gadaa Bilisumma page's post 16/06/2022
28/06/2021

***Eebba siidaa mootummaan ijaarame irraa maatiin Hacaaluu qooda fudhachuu diduun himame***

Keelloo: Waxabajjii 28,2021

Siidaan Hacaaluu Hundeessaa magaalaa Finfinneetti ijaarsa irra ture eebbifamuu qondaalonni mootummaan Itoophiyaa beeksisan. Haa ta'u malee siidaan sun komiif mufii guddaa uumee jiraachuun gabaafamaa jira.

Odeessa arganneen maatiin wellisaa Hacaaluu Hundeessaa siidaa mootummaan ijaarame kana irraa qooda fudhachuu didan. Siidaan kun kan isa madaaluuf ulaagaa dhuma siidaa kan eeggate miti jedhan.

Want your business to be the top-listed Government Service in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address


Addis Ababa