Waajjira Lafa Kuta Magaalaa Haramaayaa

Waajjira Lafa Kuta Magaalaa Haramaayaa

Share

WBIL Bulchinsa magaala Haramaayaa odeeffannowwan lafaan walqabatee kan ittiin argachuu dandeessudha

Photos from Biiroo Lafa Oromiyaa's post 21/08/2025
Photos from Waajjira Lafa Kuta Magaalaa Haramaayaa's post 12/09/2024
Photos from Waajjira Lafa Kuta Magaalaa Haramaayaa's post 12/09/2024

Magaalaa Maayaa kutaa Magaalaa Haramaayaatti Guyyaa Ayyaana Bara Haaraa 2017 Sababeeffachuun Baarsiisoota Mana Baruumsa dandeettii addaa Sadarkaa 1ffaa Almaaz Boom Kudha Afuriif Lafti Mana Jireenyaa Bakka Kantiibaa Magaalaa Maayaa Dr.Ifrahaa Waziir fi Bulchaa Kutaa Magaalaa Haramaayaa Obbo Abdurhamaan Shaarbuu dabalatee Hoggaantoonni Ol'anoon Magaalaattii fi Kutaa Magaalaa argamanitti lafti Mana Jireenyaa Kannameef.

Photos from Waajjira Lafa Kuta Magaalaa Haramaayaa's post 20/06/2024

Hojiilee Kaadstra bara 2016 karoorfame hafan guyyoot 20 itti aanan kana jeessatti 100% dhibban akka xumuru I.G.Partii KM Haramaayaa fi I.A.Bulchaa argamuun kallatti kennaniin Hoggansi,Qindeessaa lafa akkasumaas Hojjattan waajjira lafa kallattii kenname fudhatanii akka xumaran wa'ada isaanii haroomsanii jiran.

Photos from Waajjira Lafa Kuta Magaalaa Haramaayaa's post 16/05/2024

Ariifachiisa
Abbootiin Qabiiyyee Lafa Kuta Magaala Haramaayaa kanneen Maqaan keessan as jalatti manxxanfame Kaarta kaadastra keessan hojjatame xumuramee waan jiruuf hanga guyya 12.9.2016tiitti waajjira lafa Kuta Magaalaa,Kuta Kadastraati akka fudhattan waamicha isiniif goona.

Photos from Waajjira Lafa Kuta Magaalaa Haramaayaa's post 14/05/2024

Hojii Kaadastara Milkeessuuf Galgalaas dabalatee BUL.MAG.MAAYAATTI ,kuta Magaalaa Haramaayaatti Hijjatama jira.

Want your business to be the top-listed Government Service in Alemaya?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Address


Alemaya