16/07/2023
๐ฟ Dhimma wabii nyaataa mirkkaneeffachuuti!
๐ฟ Dhimma jijjiirama Qilleensaa Ittisuuti!
๐ฟ Dhimma Dhalootaati!!
jijjiiramaf hojjanna!
16/07/2023
๐ฟ Dhimma wabii nyaataa mirkkaneeffachuuti!
๐ฟ Dhimma jijjiirama Qilleensaa Ittisuuti!
๐ฟ Dhimma Dhalootaati!!
16/07/2023
Godina Boorana Bahaa Aanaa Waacilleetti Adoolessa 10/2015 biqiltuu dhaabuun Seenaa haaraa Ashaaraa Magariisaa galmeessuuf karoorfanne galmaan ga'uuf qophii cimtuu taasisaa jirra.
16/07/2023
Guyyaa Bori Biqiltuu dhaabuun rikeerdii Mataa keessanii galmeessuuf hangam ofi qopheessitan?
Ashaaraa Magariisaa Dhaloota Boruuf!
16/07/2023
11/07/2023
๐๐๐ฎ๐ฎ ๐๐ฎ๐ฎ๐๐๐บ๐๐
๐๐๐ผ๐ผ๐ฅ๐๐ฌ๐ฌ๐ ๐/๐๐๐๐; ๐๐๐ ๐๐๐ฅ๐ฅ๐๐ ๐๐จ๐จ๐ซ๐๐ง๐๐
๐๐ฐ๐ฅ๐ช๐ฏ๐ข ๐๐ฐ๐ฐ๐ณ๐ข๐ฏ๐ข ๐๐ข๐ฉ๐ข๐ข ๐๐๐ง๐๐ ๐๐ผ๐ผ๐ซ๐ผ๐ผ ๐๐ผ๐ผ๐ฅ๐๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ฎ๐ฎ๐๐๐บ๐ง๐ข๐ข ๐๐ผ๐ซ๐๐ ๐๐ข๐ง๐๐๐๐ฌ๐ฌ๐ข๐ญ๐ฎ๐ฎ ๐ ๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐บ๐๐.
โ๐๐๐๐ฆ๐๐ ๐๐๐๐๐๐ :-
๐.๐๐๐๐จ ๐๐๐๐ญ๐ฎ๐ฎ ๐๐ฎ๐ฅ๐ฎ๐ฎ๐ช๐ช๐๐ ๐๐ฎ๐ฎ๐ซ๐๐
๐๐ฎ๐ฅ๐๐ก๐๐ ๐๐๐ง๐๐
๐. ๐๐๐๐จ ๐๐ข๐ฅ๐จ๐จ ๐๐๐๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐ ๐๐ฎ๐ซ๐๐
๐/๐ ๐๐๐๐ฃ๐ฃ๐ข๐ซ๐ ๐๐๐๐ซ๐ญ๐ข๐ข
๐.๐๐๐๐จ ๐๐ฎ๐ฎ๐ญ๐๐ฆ๐ ๐๐๐๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐ ๐๐จ๐จ๐ญ๐๐
๐/๐ ๐๐ข๐ฒ๐๐๐ฌ๐ ๐๐๐๐ซ๐ญ๐ข๐ข
๐.๐๐๐๐จ ๐๐ฌ๐ฆ๐๐๐ง ๐๐๐ฌ๐๐ง ๐๐ก๐๐๐๐จ๐จ
๐/๐ ๐๐ฃ๐๐๐ซ๐ฌ๐ ๐๐๐๐ซ๐ญ๐ข๐ข ๐๐๐๐ก๐๐๐๐ก๐ข๐ง๐
๐ญ๐'๐ฎ๐ฎ๐ง ๐๐ฎ๐ฎ๐๐๐บ๐๐ง๐ข๐ข๐ซ๐ฎ.
๐๐๐ฃ๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐พ๐๐๐ฃ๐๐.
07/07/2023
Waltajjii Mana Maree Albuudaa ===========================
Waxabajii 30/2015 WKA-Waacillee
Aanaa Waacilleetti waltajjiin mana maree Albuudaa sekteraalee qindoominna hirmaachisuun geggeeffame.
Waltajjii kanarratti qajeelfamni Waldaa Albuuda fi gurmaa'insa waldaalee albuudaa gama Waajjira Albuuda Aanichaatiin kan dhiyaate yoo ta'u, hojiirra oolmaa isaatiif waldaan kamiyyuu beekamtii Bulchiinsaa Aanaatiin alatti socho'uu akka hin dandeenne ibsameera.
Walitti qabaan waltajjichaa I/G Mana Maree Kaabinee fi Waajjira Bulchiinsaa Obboo "Akkaatuma qajeelfamni jechuun Abbaan Qabeennaas ta'ee qaamni hojii albuudaa barbaadu beekamtii Aanaatiin alatti socho'uu akka hin qabne beeknee qajeelfama kana hanga Mana Maree Albuudaa sadarkaa Gandaatti gadi buusuun hubannooni kennamtee qaamni Abbootii qabeennaa ofiin qunnamuun alseerummaan hojii albuudaa keessa galan gocha kanarraa ofi qusatanii akkataa qajeelfamaan hojjannee Galii Albuuda irraa Aanaaf galuu qaburratti qindoominnaan hojjachuu qabna." jedhaniiru.
06/07/2023
โGuddinni diinagdee Ityoophiyaa qabatamaan kan mulโatudhaโ Dr. Abiyyi Ahimad
Guddinni diinagdee Ityoophiyaa ragaa saayinsaawaa ogeeyyiidhaan kaaโamuun cinaatti guddina qabatamaan mulโataa jiru taโuu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiyyi Ahimad ibsaniiru.
Ragaa guddina diinagdee jiruun baatii Fulbaanaa dhufutti guddinni diinagdee Ityoophiyaa %7.5 kan eegamuu ta'uu ibsaniiru.
Oomisha waliigalaa biyyattii (GDP) keessaa dameen qonnaa guddina % 6.3, Indaastiriin %8.2, tajaajilli ammoo %7.1 akka eegamus eeraniiru.
Itoophiyaan dhimmoota guddina diinagdeetiif qormaata taโan hedduudhaaf saaxilamaa kan turte taโus kutannoo fi xiyyeeffannoo olโaanaadhaan hojjachuu dandaโuu isheetiin qormaatilee dandamattee guddina diinagdee galmeessuu itti fufteettis jedhaniiru.
02/07/2023
๐๐ผ๐๐ข๐ง๐ ๐๐ผ๐ผ๐ซ๐๐ง๐๐ ๐๐๐ก๐๐๐ญ๐ญ๐ข pirojektoonni rakkoo hawaas dinagdee uummataa hiikan 72 birrii biliyoona 1 fi miliyoona 17 oliin hojjetamaa turan xumuramuun eebbaaf gahuu himameera.
~~~โโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโ~~~~
Waxabajjii 25/2015 WKA-Waacillee
๐๐ผ๐๐ข๐ง๐ ๐๐ผ๐ผ๐ซ๐๐ง๐๐ ๐๐๐ก๐๐๐ญ๐ญ๐ข pirojektoonni rakkoo hawaas dinagdee uummataa hiikan 72 birrii biliyoona 1 fi miliyoona 17 oliin hojjetamaa turan xumuramuun eebbaaf gahuu himameera.
~~~โโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโ~~~~
Godina Boorana Bahaa Aaanaa Madda Walaabuutti pirojektiiwwan garaa garaa rakkoo hawaas-dinagdee hawaasaa hiikan jila hogganaa Mummee Odiitera Naannoo Oromiyaa ๐๐๐๐ผ ๐๐๐๐๐ซ๐ข๐ข ๐๐๐ง๐๐ข๐๐ข๐ซ๐ผ๐ผ, Itti Aanaa Abbaa Taayitaa To'annoo fi Galteewwan Oomisha Qonnaa Oromiyaa ๐๐๐๐ผ ๐๐ผ๐ฌ๐๐ ๐๐ฌ๐๐ ๐ ๐๐ฒ๐๐, Bulchaa Godina Boorana Bahaa ๐๐๐๐ผ ๐๐๐๐ซ๐ฌ๐ผ๐ผ ๐๐ผ๐ซ๐ฎ๐ฎ,๐/๐ Waajjira Paartii Badhaadhinaa Godina Boorana Bahaa ๐๐๐๐ผ ๐๐ฎ๐ซ๐ฎ๐ซ ๐๐๐ฌ๐๐๐ง๐ข๐ข๐ fi hoggantota Godinaa fi Aanaa Madda Walaabuu argamanitti ๐ ๐ฎ๐ฒ๐ฒ๐๐ ๐ก๐๐ซ'๐๐ eebbii projektoota bara kana tokko jedhe Aanaa Madda walaabuutti jalqabameera.
Aanichatti ijaarsi piroojiktiiwwaan mana barumsaa Bu'uura Boruu, kutaa dabalataa BLTO, Mana kuusaa nyaata beelladaa, Mana barnoota sadarkaa tokkoffaa dallaa buufata fayyaa walumaa galatti birrii miliyoona 36.7 hojjetamanii kan eebbifaman ta'uu Bulchaan Aanaa Madda Walaabuu Abdulakiim Adam dubbataniiru.
Bulchaan Godina Boorana Bahaa Aabba Jaarsoo Boruu gama isaaniitiin godinichatti piroojektoota rakkoo hawaas-dinagdee hawaasa godinichaa hiikan 107 xumuruuf hajjetamaa ture keessaa piroojetootni 72 xumuramuun tajaajilaaf gahuu dubbataniiru.
Hogganaa Mummee Odiitera Naannoo Oromiyaa Aabba Tafarii Wandifiroo mootummaan Naannoo Oromiyaa rakkoo hawaas dinagdee uummataa furuuf xiyyeeffannoo kennuun hojjechaa kan jirudha. Hojiilee rakkoo hawaas-dinagdee uummataa mootummaan hiikuuf hojjechaa jiru bira dhaabbachuun hirmaannaan uummataa murteessaadha.Kanaaf nageenyaa keessan eeggachaa hojiilee misoomaa hawaasni tumsuu akka qabu dhaamaniiru.
Godina Boorana Bahaa Aaanaa Madda Walaabuutti pirojektiiwwan garaa garaa rakkoo hawaas-dinagdee hawaasaa hiikan jila hogganaa Mummee Odiitera Naannoo Oromiyaa ๐๐๐๐ผ ๐๐๐๐๐ซ๐ข๐ข ๐๐๐ง๐๐ข๐๐ข๐ซ๐ผ๐ผ, Itti Aanaa Abbaa Taayitaa To'annoo fi Galteewwan Oomisha Qonnaa Oromiyaa ๐๐๐๐ผ ๐๐ผ๐ฌ๐๐ ๐๐ฌ๐๐ ๐ ๐๐ฒ๐๐, Bulchaa Godina Boorana Bahaa ๐๐๐๐ผ ๐๐๐๐ซ๐ฌ๐ผ๐ผ ๐๐ผ๐ซ๐ฎ๐ฎ,๐/๐ Waajjira Paartii Badhaadhinaa Godina Boorana Bahaa ๐๐๐๐ผ ๐๐ฎ๐ซ๐ฎ๐ซ ๐๐๐ฌ๐๐๐ง๐ข๐ข๐ fi hoggantota Godinaa fi Aanaa Madda Walaabuu argamanitti ๐ ๐ฎ๐ฒ๐ฒ๐๐ ๐ก๐๐ซ'๐๐ eebbii projektoota bara kana tokko jedhe Aanaa Madda walaabuutti jalqabameera.
Aanichatti ijaarsi piroojiktiiwwaan mana barumsaa Bu'uura Boruu, kutaa dabalataa BLTO, Mana kuusaa nyaata beelladaa, Mana barnoota sadarkaa tokkoffaa dallaa buufata fayyaa walumaa galatti birrii miliyoona 36.7 hojjetamanii kan eebbifaman ta'uu Bulchaan Aanaa Madda Walaabuu Abdulakiim Adam dubbataniiru.
Bulchaan Godina Boorana Bahaa Aabba Jaarsoo Boruu gama isaaniitiin godinichatti piroojektoota rakkoo hawaas-dinagdee hawaasa godinichaa hiikan 107 xumuruuf hajjetamaa ture keessaa piroojetootni 72 xumuramuun tajaajilaaf gahuu dubbataniiru.
Hogganaa Mummee Odiitera Naannoo Oromiyaa Aabba mootummaan Naannoo Oromiyaa rakkoo hawaas dinagdee uummataa furuuf xiyyeeffannoo kennuun hojjechaa kan jirudha. Hojiilee rakkoo hawaas-dinagdee uummataa mootummaan hiikuuf hojjechaa jiru bira dhaabbachuun hirmaannaan uummataa murteessaadha.Kanaaf nageenyaa keessan eeggachaa hojiilee misoomaa hawaasni tumsuu akka qabu dhaamaniiru.
02/07/2023
Eebba Pirojeektiiwwaan Magaala Mooyyalee
@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@
Waxabajjii 25/2015 WKA-Waacillee
Mootummaa Naannoo Oromiyaa Magaala Mooyyaleetti pirojeektiwwaan Bu'uuralee misoomaa bara 2015 karoorfaman eebbifamaniruu.
Jillii I/A pireesdentii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obboo Awaluu Abdii fi I/G Ijaarsaa Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obboo Namarraa Buliitin durfamu magaala mooyyaleetti argamuudhaan pirojeektiwwaan rakkoo hawaasa magaallichaa furan Pirojeektii Qr.waligalaa miliyoona 119.4 hojjatamaa ture keessaa pirojeektii Qr.85,581,332.33 'n hojjatame Gidduugala Gabaa Mooyyalee eebbiiffamee tajaajilaaf banaa ta'eera.
Kanuma bu'uura godhachudhaan Magaallii Moyyalee Magaala sirna Waggoota darbeetiin gama siyaasaa, dinaagdee fi hawaasummaatin miidhamaa ture, hawaasni keessaa fi naannaawa isaa jiraatu dheebuu misoomaaf saaxilamaa ture ta'usaa fi walumagalaatti Dhimma magaallichaa ilaalchisee Kantiiban magaala mooyyalee aaddee Sa'aadaa Kuluu haala qabatama isaa ibsuuf yaalaniruu.
Magaalittiin Magaala daangaa Biyya keeniyaatti argamtu, balbala Oromiyaa kan taate, Carraa daldaala dangaaf haala mijooftuu kan qabdu, magaala Ummaata Oromiyaa taatee kan sabaa fi Sablammiin keessa jiraatuudha jechudhaan eenyummaa fi maalummaa magaallittii tuqaniruu.
Kanuma bu'uura taasifachudhaan magaala ummaatni Biyyaattii kan keessa jiraatu hundinuu keessa jiraachaa jiru waan ta'eef "Itoophiyaa xiqqoo" jechuunii ni danda'ama jedhaaniruu.
Gama biraatin Carraa dhabde malee osoo carraa argattee magaala damee hojii hundanuu Carraa bal'aa qabduudha.
Haata'uu malee magaala waggoota dheeraaf shiiraan uguraamtee rakkoo siyaas-dinaagdee walxaxaaf saaxilamuu irraa kan ka'een carraa kan hundanuu osoo hin milkaa'in hafteedha.
Galata sirna jijjiramaa erga mootummaan jijjiiramaa fi Badhaadhinaa keenya dhufee as yeroo gabaabaa keessaatti xiyyeefannaa argachuu magaalaa akkana jechuudhan yoo ibsaan , Magaala ol'aanaa ta'uun sadarkaa Oromiyaatticarraa waamamuu argachuu,rakkoo siyaasaa, dinaagdee fi hawaasummaa ishee furuuf karooora addaa mootummaan itti qopheessudhaan itti hojjachaa kan turee fi hojjachaa kan jiruta'uu isaa, seenaa ishee keessaatti yeroo jalqabaaf kunoo pirojeektiiwwaan baajaata Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi magaallichaa walitti waliigalaan Qr. miliyoona 119.4 hojjatamaa ture keessaa pirojeektii Qr.85,581,332.33 'n hojjatame Gidduugala Gabaa Moyyalee eebbiiffamee tajaajilaaf banaa ta'eera.hojjatamaa turan keessaa isaan eebbaaf dhaqaban eebbisisuudhan tajaajilaaf banaa godhaniruu.
Xummura irratti jila keessumoota kabajamoo Mootummaa Naannoo Oromiyaan durfamanii magaala keenyaatti argamudhaan pirojeektiwwaan eebbisanii tajaajilaaf banaa nu godhan maqaa kiyyaa fi maqaa ummata magaala mooyyaleetin ni galateeffadha jechuudhan , bara baajata 2016 immoo dachaan hojjatanii rakkoo hawaasa dinagdee magaalichaa akka hiikan ammas waadaa galaniiruu.
02/07/2023
"Pirojektii hin xumurre hin jalqabnu, kan jalqabneemmoo ariitiifi qulqullinaan xumurree fayyadamummaa ummata keenyaaf oolchina" Obbo Fiqaaduu Tasammaa I/G Waajjira paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa
~~~
Tokkummaan Oromoo akka hitituuf, badhaadhinni biyyaa mirkanaa'ee jiruufi jireenyi ummata Oromoo akka fooyya'uuf, ijaaramuufi walii galtee bu'ura cimaa irratti hundaa'e qabaachuun murteessaadha.
Naannoon Oromiyaa naannoo naannolee hunda dursuun inisheetivota fayyadamummaa ummataa mirkaneessan bocuun hojiitti gale, waadaawwan baruutuu filannoo ummataaf galaman tokko lama jedhee lakkaahuun raawwachaa jiru naannoo misoomaawaa jirudha.
Hiyyummaa seenaa gochuuf baadiyyaafi magaalota Oromiyaa keessatti inisheetiivota bocaman hojiirra oolchuun xiyyeeffannoo addaa kennee hojjechaa jira.
Baay'inniifi qulqullinaan xumuruun pirojektoota naannoo Oromiyaa dabalaa kan dhufe yoo tahu bara kana Aanaaleefi Magaalota Oromiyaa hunda keessatti pirojektootni 19912 eebbifamaa jiraachuu kan ibsan Hoogganaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaa baajata Mootummaafi Humna Waloo qindeessinee hojiin eegalle cimee kan itti fufu tahuu ibsuun pirojektoota qulqullinaan yeroo gabaabaa keessatti hojjechaa carraa hojii bal'aa uumuun itti fufa jedhan.
Abbaa Pirojektootaa kanaa kan ta'e ummannis qabeenya isaaf hojjetaman kunuunsuun itti fayyadamuu akka qabuufi tokkummaa isaas jabeessaa imala badhaadhina eegalame galmaan gahuuf tumsuu akka qabus sagantaa eebba Pirojektoota magaalaa Bishooftuutti geggeeffame irratti dhaamaniiru.
01/07/2023
Sosochii Galii Gibiraa fi Taaksii ============================
Waxabajii 24/2015 WKA-Waacillee
Godina Boorana Bahaa Aanaa Waacilleetti baniinsa Sosochii Galii Gibiraa fi Taaksii irratti Daldaltoota, Hoggansaa fi Qooda fudhattoota hirmaachisuun sagantaan hoo'aan geggeeffame.
Sagantaa baniinsaa kanarratti I/A Bulchaa Aanaa Waacillee Obboo "Madda Galii Aanaa keennaa cimsuuf sekteraaleen qindoominnaa waldeegarree hojjachuu qabna. Yo galiin galfamuu qabu kan hin galle ta'e, hojii ummataaf mootummaa biratti hanqinnii waan jiraatuuf kana hubannee Kaffaltootni Gibiraa sadarkaa sadarkaan jirtani yeroo kaffaltii gibiraa beettanii murtee gibiraa kabajuun galii isanirraa eegamu raawwachuu qabdu." jechuun haasaa baniinsaa godhani.
Itti Aansuun I/G Waajjira Galiiwwan Aanaa Waacillee Obboo Bu'aa galiin ummata Aanichaaf qaburratti hubannoo kennuun Mirgaa fi Dirqama kaffalaan gibiraa qabu Waltajjii kanaan hirmaattotaa ibsaniiru. Dabalataan maddoota Galii qabnu irratti hundoofnee kaffalaa gibiraa keenna sadarkaa A hanga C jirani yeroon akka raawwatan hubachiisuun hojii nurraa eegamu duguugne raawwannee madda galii Aanaa keennaa cimsuu qabna jedhaniiru.
Dhumarrati sagantaa baniinsaa galii gibiraa fi taaksii kanarratti Waaqoo_Diidaa argamuun Walaloo Galii Gibiraa fi Taaksii irratti qopheesseen balbala kaffaltoota giraa dhadhayee gaaffii malee ofiin beekne Gibiraa kaffaluun galii Aanaa keennaa haa cimsinuu walaloo jettuun Saganticha boharsaniiru.
30/06/2023
Jillii Obboo 'ool_Baqqalaatiin durfamu Koree Qindaa'oo Taaksiforsii Federaalaa fi Naannoo irraa ijaaramani waliin ta'uun haala ummatni keessa jiru laalani.
Waxabajii 23/2015 Godina Boorana Bahaa Aanaa Waacilleetti Jillii Obboo Firaa'ool Baqqalaa durfamu Koree Qindaa'oo Federaalaa fi Naannoo irraa ijaaramani dabalatee Koree Taaksiforsii Aanichaa Walitti qabuun haala waliigala ummatni keessa jiru qorataniiru.
Koreeen Taaksiforsii Aanichaa qorannoo akeekachiisa duraa torbee darbe qorate irratti hundaa'uun gabaassa haala waliigalaa ummatni Aanichaa keessa jiru I/G Waajjira Buusaa Gonofaa Aanaa Waacillee Obboo $Guyyoo_Jaarsoo
kan dhiyeessani yoo ta'u,
Itti dabaluun I/A Bulchaa Aanaa fi Walitti qabaan koree Taaksiforsii Obboo
"Koreen qindaa'aan kuni xiyyeeffannaa ummataa kennee akkanatti assessment geggeessuun haala qorachuun keessani guddaa nu gammachiise.
Haallii ummatni keessa jiru akka yeroo Bonaa cimaa ta'uu baatus rakkoon beela akka jirtu gabaassa akeekachiisa duraa dhiyeessine irraa ni hubatama. Sababni roobni Waaqaa rakkoo furus horiin dhalee ummatni elmatee Aannani dhuge hin jiru, Midhaan qonnaan ba'anii ammaaf Nyaata hin dhaqqabne, hawaasni Hongeen miidhame horii dhabee kan jiru waan ta'eef ammas deeggarsa kan barbaadu ta'a." jechuun hubachiisaniiru.
Koreeen Qindaa'oo kunis gabaassa akeekachiisa duraa qorannoo geggeeffameen dhiyaate irratti hundaa'uun Ganda akka fakkeennaatti fudhachuun qaamaan dhaqqabanii haala ummatni keessa jiru erga laalaniin booda "Aadaa Buusaa Gonofaatiin deeggarsi isani walii gootani guddaa nu gammachiise. Rakkoo hawaasni keessa jiruuf deeggarsatti barbaachisa. Kanaaf Koreen Taaksiforsii haaluma kanaan cimtanii koree teknikaa isani jala jirani hojii keessa galchuuni rakkoo hawaasni qabu ifatti baasuun qaama hunda biraan akka geettani jechuun raawwii duraanii galateeffataniiru."