" Read 📖 write✍️
Walta'insaafi Walii galtee Qabsoo, Hiriira humnaa, akeeka qabsoo, Kaayyoo, Tarsimoo:
👇
Qabsoon Sabaa, Kaayyoo taliileefi sarara aanga'een taliigamuu qaba. Kuni dirqama malee, fedha murnaa miti. Qabsoon kaayyoo taliile ifatti hin qabne, fedhii murnaa yoo ta'e malee Qabsoo Sabaa ta'uu hin danda'u. Waan Sabaa, Kaayyoo, Tarsimoo fi akeeka ifa ta'e qabaachuu qaba. Akka kanaan Sabnis jala hiriira. መሪ አልባ ግንኙነት፣ መስመር አልባ ትግል፡ የህዝብ ትግል ልሆን አይችልም።
Lolli Ameerikaa, Israa'el -Iraan Sababoota bu'uura sadii qaba ture. Inni 4ffaan adeemsa lolaa keessa dhalate.
Iraan: Anniisaa Niwukilaraa gabbisuu dhaabuu, Misaa'eloota fageenyatti furga'an uumishuufi kuusuu dhaabuufi inni cimaan ammoo walta'insa(ተጋትሮ ተራዳ) Iraan, Hamas, Hizbollaafi Hawuti waliin qabdu akka dhaabdudha. Adeemsa lolaa keessa, Hormuz ulaagaa keessa galee jira.
👉Qabxii ani kaasuu barbaade, Iraan balaa kana hunda irra kan buuse, "Walta'insa(ተጋትሮ ተራዳ) Hamas, Hizbola fi Hawut waliin qabu hin dhiisu" jettee diduu isheeti. Walta'insa Sirnaa, kan gaafatama qabu waan ta'eef, akka arge irra hin darbamu. ... Walta'insi sirriin waliin aarsaa kanfaluus ni dabalata.
👉Bara Chaarteraa sana, ABO, TPLF fi EPLF walii galtees walta'insas qabu ture. Wal ta'insa sanaan, ABO ganame (ABOn nan shawwadame) jedha...
👉Yeroo TPLF mootummaa Federaalaa waliin waraana irra turte, hooggansi olaanaa WBO, TPLF waliin hariiroo akka qabaniifi walta'insi akka jiru miidiyaatti ibsee ture. Yeroo sanatti, hayyoonni WBO deeggaran, ibsichi itti ariifatame, ... jechuun yaada kennanii ture. Warri TDF yeroo Walloo Kamisee qaqqaban, Warra WBO waliin funyaan qabatanii yeroo dhiichisa Taagaruu dhiichisanis mul'ateera. ...🤭
Otoo xiqqoo hin turree, TPLF-TDF n mootummaa Federaalaa waliin Piriitooriyaatti araaramani. Waayee walta'insa himamee homaa hin jenne. Gantummaa ykn Shawwadaa bara 1991 surn irra deebi'ani ta'a. TPLF shawwaduun cimina isaati. Boolla tokkotti sagal waraanamuun warra kan keenyaa garuu መሪ አልባ ግንኙነት isa jedhamu sanadha. Qabsoo Sabaatiin, tapha taliiga tarsimoo hin qabne taphachuun mirga ta'uu hin qabu ture....
Amma 'Tsimdoon' diigamuut jira. Abbaan buddeenaa 'Tsimdoo', Shaabiyaan waan isa baasu tolfata. Yoo Eertiraan itti fufte iyyuu hariiroo humni Oromoo kam iyyuu Faannoo, TPLF fi Shaabiyaa waliin taasisu kan dantaa Oromoo Sharafudha. Humna Oromoo kamitti iyyuu PPtu dhiyaata malee jara miti.
Hoogganaan Faannoo,Iskindir Naggaan, "TPLF balleessinee kaaneetu Shanee funaanna" jedhee ture. Indaargaachoo Tsiggeen ammoo, "Haadhoon Polotikaa Sabummaa TPLF waan taateef, TPLF yoo badde, warri kaan waliin badu" jedhe. Warri kaan ammoo, "TPLF badnaan isheen kaan garbuudha, isheen kaan hoomacha" jechaa turani.
Gaafa Araarri Piriitooriyaa ta'u, Faannoon ni mufate. TPLF baduu dide. Walqaayit kan keenya. Darraan kan Keenya. Finfinneen hanxuura habtii abboota keenyaati. 4 kiiloon nuuf mala, Wallaggi(Afaan Faannootiin, Bizaamoon) kan keenya jedhani. Warri Faannoo, waan yaadan kana PP irraa waan dhabaniif, qawwee kaasani.
Akeeki Faannoo, dantaa Oromoo xiqqeessuudha. Dhaadannoon isaaniis "OPDO otoo hin taanee ABOtu 4 kiiloo seene" jedha....
Hayyoonni keenya karaa Miidiyaa socho'an ammoo, walgahii Seattle taasisani. Warra sabummaa balleessuuf qabsaa'uu, warra jechi "Finfinnee" jedhu iyyuu hin jiru jedhuufi warra nuti Oromoo tokkoffaadha ofiin jedhutu wal ta'e. Garee kaayyoo wal faallaa, walii walii isaa irratti qabsaa'uuf dhalatetu, waliin qabsoof jedhee as bahe. Jaarmiyaa አብሮነት tolfanne jedhani.
Wal ta'insa tarsimoo faallaa, walta'insa sirna maleessa taasisuun itti fufe....
Dhugaan asirraa hubanne, humnoonni maqaa saba keenyaa dhahatan muraasni kunneen, murnoota dantaa dhuunfaaf deeman malee, garee hiree sabaatiif hin amanamne akka ta'uu isaanidha. Humnoonni "Oromoof falmina" jedhan, qaanii malee, humnoota Oromoo irratti qabsaa'uuf, Oromiyaa diiguuf qabsoo ofii lafaa kaasan walii hariiroo sirna maleessaa tolchuun, tuffii Sabaati. Hayyoonni Oromoos tuffatamaniiru. Dhaloonnis tuffatameera. Akka walii galaatti, gareen bifa garaagaraan "Ajandaa Oromootiniin deema" jedhu, Dhaloota Oromoo akka malee tuffate. Itti fufee tuffataa jira.
Hariiroo sirna maleessaa( መሪ አልባ ግንኙነት) taasisuun mirga miti. Dhaloonni kun, garee ykn murna kaayyoo taliila hin taane qabatee deemu, hariiroo tarsimaawaa hin taane tolfatu, tooftaa dantaa sabaa sharafu tarkaanfachiisu wal ijaaruun dura dhaabbachuu qaba.
"Obbolaan wal hin ajjeesiin gaafa jennu, diina innikkaa waliin hariiroo sirna maleessa hin tolfatiin" jechuu keenya. Obboleessa kee siif wayya!
Humni Oromoo 'Tsimdoo' waliin ta'uufi gareen አብሮነት , walta'insa sirna maleessaa( መሪ አልባ ግንኙነት) dha. Hariiroo abaaramaadha. Gaa'ila Xuraawaadha.
Dilbata Gaarii🙏
Read 📖 write✍️ ."
sarboo
Jaatanii Tulluu Gaaddisaa
This page is means through which information is announced for our customer and vice versa . Also in which our service deliverance will be commented.
" ሳይጀምር የተሸነፈው የሞንጆሪኖ-ህግደፍ ሚስጥራዊ እና ወታደራዊ የጦርነት እቅድ ‼️
------------------------------
ህግደፍ እና የሞንጆሪኖ ቡድን "የፌደራል መንግስት ሳያጠቃን ልናጠቃው ይገባል" በሚል ውሳኔ በቅርብ ቀናት በሁሉም አቅጣጫ ጦርነት ለመክፈት የወሰኑ ሲሆን፤ የጦርነቱን አሰላለፍ በሚመለከት ሚስጥራዊ ሰነድ እንደሚከተለው ይፋ እናደርጋለን፦
🔵 አርሚ 24 ቀደም ሲል በሟቹ ጉዑሽ ገብረ እግዛብሄር ሲመራ የነበረ ሲሆን በዚህ ሳዓት ደግሞ በኮሎኔል ካህሳይ መኮነን (ንእሽተይ ሸሪፎ) ስር የወደቀችው አርሚ 24 በጮቢ በር አቅጣጫ እንዲያጠቃ ተመድቧል።
🔵 በዘነበ ክፍለ የሚመራው አርሚ 31 ከአርሚ 24 ጋር በተደራቢ እንዲያጠቃ፣ እና ከአርሚ 24 ጋር እየተቀናጀ እስከ ወልዲያ የመቆጣጠር ግዳጅ ተሰጥቷታል።በዚህ መሰረት የተወሰኑ የአርሚ 31 ክፍለ ጦሮች በውቅሮ ከተማ ወታደራዊ ኦሬንቴሽን ተሰጥቷቸው ተግባራዊ እንቅስቃሴ ጀምረዋል።
🔵 በትንሳኤ ብርሃነ (ወዲ ብርሃነ) የምትመራው አርሚ 43 የራያ ጨርጨርንና ከያሎ ወረዳ ጋር የሚዋሰነውን የቢሶበር ግንባር እንዲሰማራ ተመድቧል።
🔵 በተጋዳላይ ገ/ዩሃንስ አባተ (ወዲ አባተ) ሲመራ የነበረው አርሚ 44 ፣እና አርሚ 22 በአሁኑ ሰዓት የራያ ህዝብ ጨፍጫፊ በሆነው ገ/ፃዲቅ አስረሳሃይ ስር የወደቀችው አርሚ 44 በወጀራት አቅጣጫ ጥቃት እንዲሰነዝር፣ በከዳተኛውና በሞንጆሪኖ አሽከር ገ/ስላሴ ቁጥሚ የምትመራው አርሚ 22 ደግሞ ከአርሚ 44 ጋር ተደራቢ ጥቃት እንዲከፍት ተመድቧል።
🔵 የታጠቀ የፋኖ ቡድን
የታጠቀ ፋኖ ከአርሚ 24 እና 31 ጋር በመቀናጀት በመርዋ አቅጣጫ ጥቃት እንዲሰነዝር ተመድቧል።
🔵 በከበሮ መቺው ሓጎስ ገብረ የሚመራው አርሚ 26 እና የራያ ህዝብ ጨፍጫፊ በሆነው ወልደ ጅወርግስ ተኽላይ (ሸሪፎ) የሚመራው አርሚ 33 የተወሰኑ ክፍሎች በጋራ የዶግዓ ራያ አካባቢዎችን እንዲያጠቃትዕዛዙን ተቀብሏል።
🔵 በዋነኛው እና በታማኝ የሞንጀርኖ አገልጋይ አብርሃ ተስፋይ (ዱንኩል) የሚመራው አርሚ 42 እና በጀግናው ጀነራል ጉዑሽ ገብረ ስትመራ የነበረችው እና በዚሁ ሳዓት ደግሞ መዓሾ በሚባል በሞንጆሪኖ ካድሬ የምትመራው አርሚ 15 በህግደፍ እየተመሩ እና እየተገረፉ በኤርትራ አቅጣጫ ወደ ምዕራብ ዞን ለመግባት በሚል ሽፋን ወደ ኤርትራ እንዲገቡ ታዘዋል።
🔵 ራስ ወዳዱና ተንኮለኛው ሻዕቢያ፣ ትግራይን የመካከለኛ ግንባር በማድረግ የጦርነቱን ሂደት እያየና እየገመገመ ወደ ትግራይ ለመግባት ዝግጅቱን አጠናቋል።
የሰላም አማራጭ የሚይፈልገው የህወሃት ቡድን የትግራይን ህዝብ ወደ ዳግም ጦርነት ለማስገባት የጀመረውን ትንኮሳ የትግራይ ህዝብ እና ወጣቶች ልያስቆሙት ይገባል።በኢትዮጵያ ለሚፈጠር ዳግም ጦርነት ተጠያቂው ህወሃት ብቻ መሆኑን ተገንዝቦ የትግራይ ህዝብ ህወሃትን ቀድሞ በቃህ ልለው ይገባል።የኢትዮጵያ መንግስትም በህወሃት በኩል ለሚፈጠሩ ትንኮሳዎች የቅድመ መከላከል ስራ ሊሰራ ይገባል እንላለን። "
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Telephone
Website
Address
Robe
Ambo
