Kan keenya Jechu dhiisuun gaaf adunya gad dhiisaniidha.

Kan keenya Jechu dhiisuun gaaf adunya gad dhiisaniidha.

Share

Oto jiruu oromiyaa abban biroo hinbulchu

02/06/2025

Seenaa rirmi hin nyattu

30/04/2025
29/04/2025

Add me

21/04/2025

Artist beekkamtuu Hallo dawe

21/04/2025

Sa'atiin Kun meeqa jettanii yaaddu.. 3:00,5:30,9:25 seetu miti? Miti...
Namicha tokkotu ilma jaalatu tokko qaba Ture.. innis Manas qaba.konkolatas qaba.garu abbankun saatiin Kun meeqa jedhe itti kenne.. yoo laalu saatiin Kun hojjaataa hinjiru.. abbakoo hinhojjatu jedhen.. ammas barii saatiin Kun hangam jedhe gaafate saatii itti Kennet.amma erga sii galuu didee suuqi san dhaqii saatiin Kun meeqa jedhi gafadhu jedhen.. ilmis deeme yoo gafatu qarshii 200 sii kennu jedhen... Abban suuqi... Kana anuu qaba ..jedhen..Amma xiqqoo galuufi eegalera.. abban garuu konkolataf mana irra saatiin Kun qaalidha ilmakoo waan siif dabarsurra saatiin Kun qaalidha jedhen.. oole bubbulee supermaketii wayii yoo deeme gaafatu saatiin moofaa Kun miliyoona 2.5 dha... Innis hin amanne..deebe yoo Abba ofiif Galata galchuuf yoo dhufu abban gara fuula rabbi deemeera.. waan harka keenna jiru hangam qaalidha hangam rakkashaadha Yoona beekna.. fuula page kana qofa hawwa

18/04/2025

ሂባ የተባለች የ32 ዓመት ሴት የሦስት ልጆች እናት ስትሆን፣ ከስድስት ዓመታት በፊት ባሏ ባጋጠመው ከባድ ሕመም እግሮቹ መንቀሳቀስ አቁመዋል።

በዚህም ምክንያት በየቀኑ ወደ ሆስፒታል በመሄድ ህክምናውን መከታተል የግድ ሆኖ ነበር። ይህች አስደናቂ ሴት ግን ባሏን ጥላትም አልሄደችም፣ እንዲያውም "አትጨነቅ፣ እኔ አለሁልህ" በማለት በሴትነቷ ባሏን በጀርባዋ ላይ አዝላ በየቀኑ ወደ ሆስፒታል ታመላልሳለች።

ባልየውም "በኔ እንዳታፍር ልፍታሽ ብያት ነበር፣ እሷ ግን ፈቃደኛ አልሆነችም። ሚስቴ ለእኔ ልዩ ሴት ናት፤ እናቴ ዘጠኝ ወር በሆዷ ተሸክማኛለች፣ ሚስቴ ደግሞ ለስድስት ዓመታት በጀርባዋ ተሸክማኛለች" ይላል።

እሷም በበኩሏ "እስክሞት ድረስ እሸከመዋለሁ" በማለት የፍቅሯን ጥልቀት ትገልጻለች።

ይህ በእውነትም ድንቅ ፍቅር ነው! ❤️

17/04/2025

Reeffa magaalaa fidanii awwala dhoorguun guyyootaaf tursiisanii ummata shoorarkeessuun maal jedhama amma? Gara jabeenyi akkanaa kun maal jarana?

“Arsii aanaalee akka Muunessaa, Heeban fi Daandaa shawaa Bahaa kanattis lolli hammaateera. Wol woraansi ammaa kun wonti adda isa godhu, RIB fi Poolisii Farra Riphee Lolaa jedhamu kan milishaa irra leenjii fooyyee qabuu fayyadamaa jira mootummaan. Akka odeeffadhetti, ummatas baay'ee dararaa jiru. Reeffa loltoota WBO magaalaa fidanii gatuun awwaalas dhoorganii ummata xin sammuu isaa tuqaa jiru. Kun Aanaa Heeban Arsii Magaalaa Goljootaatti ta'e.”

11/04/2025

Sa'aan Kun meeqaa oto hintain qarshii meeqaadha..Nan sobe?
Kan keenya Jechu dhiisuun gaaf adunya gad dhiisaniidha.

Want your business to be the top-listed Government Service in Ambo?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Address


Ambo