29/01/2026
Obboleessi keenya Abaraham Tarree nama dibata faarfannaa guddaadhaan Waaqayyo saba keenya gidduudhaa kaasee dha.Ammas kunoo album mata duree kee jedhu qabatee dhafaa jira. gochuun cinasaa haa dhabbannu egaa sabni jaallatamoon!!
23/08/2025
Maaliif dhalatte? Deebii gabaabaa kenni.
15/02/2024
Namii qubee Afaan Oromoo sirreessee barreessuu hin beenne koottaa baradhaa.
Mana barumsaa Qaalehiwootiitti haala mijeessinee jirra.
24/09/2023
Qolosaayis 3:16 Dubbiin Kiristoos ogummaa hundumaan baay'ee isin keessa haa jiraatu; faarfannaa fi faarfannaa fi faarfannaa hafuuraatiin wal barsiisaa, wal gorsaa, garaa keessan keessatti ayyaana Waaqayyoof faarfachaa.
Tajaajila Wangeelaa Bafamaa!
Colossians 3:16 Let the word of Christ dwell in you richly in all wisdom; teaching and admonishing one another in psalms and hymns and spiritual songs, singing with grace in your hearts to the Lord.
Bafama Evangelical Ministry!
15/04/2023
Fannoo
Fannoo
Fannoo
Baga dhaqqabdan