Hojiin oomisha Qamadii Jallisii Aanaa Miidhagaa Tolaa Haala Gaarii ta'een Raawwatamaa jira. Callaa gaarii Rabbiin ummata keenyaaf haa kennu
Waajjira Qonnaa fi Qabeenya UumamaaAanaa Miidhagaa Tolaa
Wajjirri Qonnaa fi Qabeenya Uumama Aanaa Miidhagaa Tolaa
20/10/2021
Hojiin Gama Qonnaatiin Hojjatamaa Jiru Bara Kana Kan Abdii Namaa Kennuudha
Keessattuu Hojiin Kilaasteraa Kan Midhaanota Adda Addaa ,Bifa Gaariin Kunuunfamaa Jira. Milkaa'ina Hojii kanaaf Qaama Deeggarsa Godhe Hunda Galataatu Malaaf K*m lama Allah magan WQQU A/Mi/Tolaa
20/10/2021
Bul G/Ha/Aanaa Miidhagaa Tolaatti Hojii Kilaastera Biqqolloo Sadarkaa Gaarii Irratti Argama
12/10/2021
Qonna Keenya Kilaaster Gochuun Hiyuummaa Seenaa Ni Goona
04/10/2021
Baga Hundeeffama Mootummaa Nagayaan Geessan.Bara Hojii Gaarii
28/09/2021
Imala Gara Badhaadhina maatii mirkaneessuutti Taasifnu Cimsinee itti Fufna Insha Allah Ni Milkoofna
28/09/2021
Misooma Boqqolloo Jallisii Araddaa Mudhii Tolaa
16/01/2020
Bulchinsa G/harargee Bahaa Aanaa Miidhagaa tolaatti Hojiin Misooma sululaa Bara 2012 Erga jalqabee Bubbuleeti jira .
Sululoota baroota dabran hojjatamaa turaniif Eegumsa Taasisuun Kan bara kanaa Hamilee gaariin Akka itti Seennu Nu Taasisee jira.
Araddaa Urjii kana jedhe.
Muuxannoon gaariin gama Eegumsa sululaan Araddaa urjii irratti Argame kun Araddoota Keenya Hundaaf Fakkeenya Ta'uu Qaba.Horaa Bulaa,deebanaa.
12/09/2019
12/04/2019
Qonna Arfaasaa fi gannaa 2011 A/M/Tolaa
13/10/2018
Misooma nyaata Beeyladaa Araddaa Barzaalaa/Miidhaga.
13/10/2018
Bul/Go/Har/baha Aanaa Mi/tolaatti Leenjiin Kaawusii Guyyoota 15 Kennamaa Ture xumurame.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Harar
Asebe Teferi
