Waajjira BWHG Aanaa Ciroo

Waajjira BWHG Aanaa Ciroo

Share

Gov't organization works on co oprating

Photos from Ejansii BWHG A/Ciroo/Chiroo's post 26/06/2021
Photos from Waajjira BWHG Aanaa Ciroo's post 20/04/2021

Guyyaa 12/8/2013
Godina Har/Lixaa Aanaa Cirootti Omishaafi Oomishtummaa bara oomishaa 2013/2014 dabaluuf dhiheessii xaa'oo karoorfame %90 dursee geejjibamuun buufata araddaaletti waldaalee bu'uraa bira gahee jira

Photos from Waajjira BWHG Aanaa Ciroo's post 09/04/2021

Guyyaa 30/7/2013
Aanaa Ciroo Araddaa Laaluu Guddootti waldaaleen hojii gamtaa cimsuuf hojjatamaa jira
Waldaan qonna maraa torbee tokkotti mana kuusaa ijaarratte.waldaan qusannoofi liqii dargaggeessa fi dubartoon ijaarame qusannaa liqiilee jiran duguuganii galchuun ;qusannoo isaanis sirnaan qusatan;guyyaa har'aa liqii qar.500000(kuma dhibbi shan )kennameef

Photos from Waajjira BWHG Aanaa Ciroo's post 07/04/2021

Guyyaa 29/7/2013
Aanaa Ciroo Araddaa Waaccuu Hormaatitti Waldaan Qusannoofi Liqii itti cimuu danda'u irratti mari'ate.Of cimsuuf rifoormii koreeles gaggeesse .Marii kanarrattiis ogeeyyiin Waaj BWHG Aanaas argakaniiru

Photos from Waldaa Hojii Gamtaa Itti Fayyadamtoota Dhaqabaa Aanaa.Ciroo's post 04/04/2021
Photos from Waajjira BWHG Aanaa Ciroo's post 30/03/2021

Guyyaa 21/7/2013
Godina Har/Lixaa Aanaa Cirootti Waajjirri BWHG Aanaa Ciroo raawwii hojii kurmaana 3ffaa gamaggamaa jira.Gamaggama kanarrattiis hojjattoonni sadarkaa araddaafi ogeeyyiin waajjiraa hirmaatanii jiru

Photos from Waajjira BWHG Aanaa Ciroo's post 25/03/2021

Aanaa Ciroo Ar/Laaluu Guddootti Waldaya Qusannaafi Liqii Hubannoofi faayinaansiin cimsuun haala itti dandahamu irratti ogeeyyiin mariisisan

Photos from Waajjira BWHG Aanaa Ciroo's post 22/03/2021

Guyyaa 13/7/2013
Aanaa Cirootti Waldaan Qonna Maraa Araddaa Yaabdoo
Bobbaasaa gabaa tasgabbeessuuf midhaan kun 450 gatii madaalawaan ummataaf dhiheessuuf sochii gaarii taasisaa jira;dhiheessii har'aafi msrsaa darbeetiin kuntaala 450 dhiheessee jira.

Want your business to be the top-listed Government Service in Asebe Teferi?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address


Asebe Teferi